Gemeda Kasim Gk

Gemeda Kasim Gk I live for a purpose, not a cause! live to be a source of solutions, not sources of problems you could Contact us by http://www.shaasheepost.com

22/07/2025

Gantuun fedhii uummata keenya sakaaluuf xaara jiru!!

21/07/2025
🚨🚨 Xavi Simons kilaba RB LEIPZIG lakkisuu ni barbaada… Cheelsii fi Arsenal lamaanuu mallatteessisuuf baay'ee barbaadu 👀💣...
21/07/2025

🚨🚨 Xavi Simons kilaba RB LEIPZIG lakkisuu ni barbaada… Cheelsii fi Arsenal lamaanuu mallatteessisuuf baay'ee barbaadu 👀💣

Eenyutu dafee mallatteessisa jettu?

21/07/2025

Oromiyaan....

21/07/2025

Imaanaa Dhaloota kanaa!

21/07/2025

Bosonni Biqilaa Tokko Irraa Eegala
==
Hojiin bosonoomsuu biqilaa tokko dhaabuu irraa eegala.Biyyi teenya sagantaa Ashaaraa magaariisatiin waggaa waggaadhaan biqilaawwan biliyoonaan lakkaa'amu hirmaannaa uummata bal'aatiin dhaabsisuun bosona iddootti deebisaa jirti.

Hojii kanaanis sadarkaa addunyaatti biyyi keenya maqaa gaarii argattee jirti.

Sagantaa Ashaaraa magariisaa kanaan dhaabinsa biqiltootaa waggaa waggaan guutuu biyyatti geggeessuun, lafa manca’ee fi qul`aa ta`ee ture deebi'ee akka bosonaa'u taasisaa jirti. Biqiloota biliyoonaan lakkaa’aman dhaabuun alatti, hubannoon uummatni hojii kanarratti qabu yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufeera.Kanaaf mootummaafi uummatni waliin ta'uun biqiltuu lubbuu dhaloota borii ta'e murannoo cimaan erga dhaabuun jalqabamee marsaa 7ffaa irra gaheera.

Bara kanas akka naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa magariisatiin biqiltuuwwan bil.5 ol dhaabuuf karoorfamee sadarkaa hundatti hojjatamaa jira.

https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com


‎

21/07/2025
21/07/2025

Injifannoon bara kana akka godinichaatti badhaasa "Presidential Award " nu argachiise tumsa ummata bal'aatiin. Obbo Ahimad Hajjii Bulchaa Godina Arsii Lixaa

Kominikeeshinii Godina Arsii Lixaa

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemeda Kasim Gk posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share