27/08/2022
                                        haasawa Qur'aanaa fi macaafa qulqulluu gidduu jiru
 Qur'aana:Maqaan kee eenyu?
 Macaafa Qulqulluu: Hin beeku.
 Qur’aana: Maqaan koo Qur’aana jedhama (Suuratu 36:2).
 * Eessaa dhufte?*
 Macaafa Qulqulluu: Hin beeku.
 Qur’aana: Rabbii irraa (Suuratu 39:1).
 * Amantiin keessan maali?*
 Macaafa Qulqulluu: Hin beeku.
 Qur’aana: Islaamummaa (Suuratu 3:19).
 * Kiristiyaanonni Dilbata waldaa akka dhaqan itti himtaniittuu?*
 Macaafa Qulqulluu: LAKKI guyyaa sana ofii isaanii filataniiru.
 Qur’aana: Eeyyee, Muslimoonni guyyaa Jum’aa akka masjiida deeman qajeelfama nan kenna (Suuratu 62:9).
 * Afaan jalqabaatiin maaliif hin jirtu?*
 Macaafa Qulqulluu: sababni isaas namoonni jijjiirama baay'ee na keessatti waan fidaniif.
 Qur'aana: Ani afaan koo isa jalqabaatiin, Arabaafi isaa jalqabaatin jiraa (Suuratu 12:2).
 * Maaliif waan baay'ee wal faallessu qabda?*
 Macaafa Qulqulluu: sababni isaas ani namoota hin beekamneen waanan barreeffameef (Ermiyaas 8:8).
 Qur'aana: Ani Waaqayyo biraa waanan ta'eef wal faallessuu hin qabu (Suuratu 4:82).
 * Dogoggora saayinsii hedduu qabdu maaliif?*
 Macaafa Qulqulluu: sababni isaas dogoggora gowwummaa hedduu hedduu hojjedheera fkn.  Ani akkan jedhe "Illeettin alala gurtii " (Lewwoota 11:6).
 Qur'aana: Dogoggora saayinsii tokkollee hin qabu.fkn "ifni ji'aa ifa aduu irraa calaqqisu ykn liqeeffamedha" jedheen ture kanaaf ani akkuma saayinsii ammayyaa wajjin walsimu (Suuratu 25:61).
 Nageenya lubbuu keetiif jecha ammuma Islaamummaa fudhadhu.