Shashe media - ShM

Shashe media - ShM Shashe Media-ShM Media Oduu Haaraa fi Amanamaa Hawaasa keenya biraan gahuu fi Sagalee hawaasa Baldhaa ta'ee ummataaf kan dhaabbateedha. so like and share

Duulli twitter haala gaarii irra jira. Itti jabaadhaa worri tweet hin goone. Hashtag isa kana
22/02/2021

Duulli twitter haala gaarii irra jira. Itti jabaadhaa worri tweet hin goone. Hashtag isa kana

28/12/2019

Garaagarummaan university wolloofi university dirre dawaa maali?
Gaafa rakkoon hamaan university naannoo amaaraa kan akka wolo,gondar,dabra tabor wonti dubbatamee fi hojjatame hin jiru.
Hardha university naannoo oromoyaa(dire dawaa) keessatti rakkoon uumamnaan universityn cugamuu maaltu geesse?

Kab Dr.Lammaa magarsaa VOAf gaaffii do deebii taasisan
29/11/2019

Kab Dr.Lammaa magarsaa VOAf gaaffii do deebii taasisan

22/04/2019

Miidiyaa Hawaasaa irratti guyyaa kaleessaa irraa eegalee wonti irra deddeebiidhaan haasayaamaa ture dubbi Aaddisuu Araggaa marii wolitti dhufeenya oromoo fi amaaraa cimsuu(OROMARA) jedhu irratti dubbate irraayi.
Dubbiin kun kallattii 2n ilaaluun ni danda'ama.
1. Faayidaan OROMARA maali isa jedhu.
Faayidaan OROMARA keessaa inni guddaan saboonni gurguddoon kunniin yoo woliif galan yoo woliin hojjatan biyyattii tana gara fuulduraatti tarkaanfachiisuu ni danda'u. Faallaa saniin yoo saboonni kunniin woliif hin galle ta'e biyyi tun yeroo gabaa gabaabaa keessatti bassoo bishaan lagatitti naqan taati. Kanaaf OROMARAn kan barbaachiseef.
Inni biroo oromoof amaarri seenaa isaa keessatti tokko sagalee woliif kennee woliigalteedhaan biyya tana afaan woraabeyyii keessaa fudhee ture.kunis waan haalamuu miti.kanaaf gara fuulduraatittis woliin hojjachuuf.
2.MIIDHAA QABAA?
EE MIIDHAA QABA YEROO DAANGAA DABRAN.
Akkamitti DAANGAA dabran.
Paartii ODP kanas ta'ee wolumaa galatti biyya kanas gaaga'ama hamaa jalaa baasee sadarkaa Amma isaan Gahan kanaan kan gahe ummata oromooti.ummata isaan afaan boollaatii isaan baase kana seenaa isaa beekkamaafi dhalootaa dhalootatti dabraa kan ta'e kan cirracha itti naqanii saba worra kaanii gamachiisuu jechuun ija kamiinuu yoo laalan fudhatama kan hin qabneedha.
Kana ummanni oromoo yeroo kamuu ni morma.
2.hooggantoonni Amma aangootti dhufan kunniin hojiin calqabaa isaanii maal tahinna laata jedhanii yeroo ummanni ija bobaasee laalaa jiru kanatti dubbii kanaan dhufuun isaanii 1.ummanni abdii isaanirraa akka kutu godha.2.hamileen isaaniis gadi bu'a. 3. Womaa kamuu dalagan galata ummata biraa dhabu.
Wolitti dhufeenya OROMARA namni jibbu ni jira jedhee hin yaadu. Garuu wonti hedduun wolitti dhufeenya saboota lamaanii cimsu osoo jiru, waan madaa ummata oromoo tuqu kaasuun sirrii miti.
FURMAANNI ISAA MAALI?
1.OBBO AADDISUUN dhaaba isaa bakka bu'ee barreefama qorannoo san waan qopheesseef maqaa isaatinis maqaa ODPnis ummata oromo dhiifama gaafachu qaba

Oduu ammee Obbo shimallis Abdiisaa Itti Aanaa prizedaantii MNO ta'uun hojii porezedaantummaa akka hojjatan muudaman
18/04/2019

Oduu ammee Obbo shimallis Abdiisaa Itti Aanaa prizedaantii MNO ta'uun hojii porezedaantummaa akka hojjatan muudaman

Qeerrooo fi jiraattonni magaalaa shashamannee haala kanaan mormii isaanii dhageessisanii nagahaan adda galanii jiru. Dha...
07/03/2019

Qeerrooo fi jiraattonni magaalaa shashamannee haala kanaan mormii isaanii dhageessisanii nagahaan adda galanii jiru. Dhannoolee dhageessisan keessaaa muraasni.
1. Lafti oromoo lafee oromooti,lafee oromoo dabarsinee eenyuufuu hin kenning
2. Daangaan finfinnee haa sararamu
3. Master planii 2ffaa nurraa haa dhaabbatu
4. Qeerroon waan rafe ykn sidaate isinitti hin fakkatin
5. OPDOn Ilmaan oromoo buqqistanii Ilmaan nafxanyaa ijaaruu dhaabuu qabattee
6. Yoo oromoof hin hojjanne 4klilo taa'uun keessan oromoo hin fayyadu
7. Yoo isin wollaaltan Qeerroon mirga isaa kabachiisuu itti beeka. Fi kkf ture video isaa daqiiqaa muraasa booda nu eegaa

14/02/2019

Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraaroo Magaalaa Shaammannaatti lola guyyaa kaleessaa Adeemsifameen gama oromootii namni lama yoo rukutamu gama sidaamaatii namni 3 ajjeefamee meeshaan nama tokoo booji'amee jira. guyyaa hardhaas akkuma itti fufetti jira. qaamni dhimmi ilaalu lolli kun osoo hin babal'atin nagaa akka buuftan gamanumaan dhaamsa keenya dabarfanna.

Boordiin university finfinnee Dr Maraaraa Guddinnaa tiif sadarkaa profeesarummaa guutuu kenneeef. Congra jedhaanii
03/02/2019

Boordiin university finfinnee Dr Maraaraa Guddinnaa tiif sadarkaa profeesarummaa guutuu kenneeef. Congra jedhaanii

Kan dhugaadha jettan like n ibsaa mee
09/12/2018

Kan dhugaadha jettan like n ibsaa mee

Eenyus haa ta'uu Eenyus taanaan kana bareechee beekuu qaba
09/12/2018

Eenyus haa ta'uu Eenyus taanaan kana bareechee beekuu qaba

07/12/2018

miseensi liyyuu haylii yeroo darbe hidhannoo guutuu wojjiin harka kennate bukoo hedduu gadi naqaa jira. boodas gadi naquuf jiru.dhugaan guyyumaan dhufaa jirti.odeeffannoo dhugaa argachuuf Page kana like share godhaa

07/12/2018

“ Dadhabbina Mooraa siyaasaa Oromoo keessa jiru waliif dhoksuu barbaachisa”
Proofeesar Isqeel Gabbisaa

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shashe media - ShM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share