13/10/2025
Ayyaanni Alaabaa Kabajame
====//===
Onk.3/2018 Kutaa Magaalaa Sulultaa
Aanaa Abbaa Gadaatti
Kabajni Ayyaana Alaabaa dura bu'ummaa Mana Maree Aanaa Abbaa Gadaatin M/B Sulultaa Sad.tokkoffaa 1-8 tti kabajamee jira
Bakka Afa-Yaa'in Mana maree Aanaa Abbaa Gadaa kab.Obbo Tolosaa Taayyee,I/G Dhimma daa'immanii fi Dubartootaa Kutaa Magaalaa Sulultaa Adde Birtukaan Daadhii,kab.koree dhaabbatoo M/Maree Aanichaa,I/A M/B Sulultaa Sad.1ffaa 1-8 B/S Haabtaamuu Margaa fi Barsiisonni akkasumas barattoonni M/Barumsichaa argamanitti bifa hoo'aa ta'een kabajameera.
Ayyaanichi Dhaadannoo A𝙡𝙖𝙖𝙗𝙖𝙖𝙣 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙧𝙖𝙖𝙘𝙝𝙤𝙤 𝙗𝙖𝙧𝙖 𝙤𝙡𝙠𝙖'𝙞𝙞𝙣𝙨𝙖 𝙤𝙡'𝙖𝙖𝙣𝙖𝙖 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖,𝙗𝙞𝙧𝙢𝙖𝙙𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙝𝙖𝙖𝙧𝙤𝙢𝙨𝙖 I𝙩𝙤𝙤𝙥𝙝𝙞𝙮𝙖𝙖 mata duree jedhuun kabajamee jira.
Alaabaan keenya Ibsituu Eenyummaa biyya keenyaati