20/12/2025
Mucaan kun hiriyaa koodha, Eshetu Lenjiso jedhama. Barsiisaa, barreessaafi software creator dha. Waggoota 5 oliif YouTube irratti Afaan Oromootiin barnoota gara garaa barsiisaa kan ture jalaa cufanii jennaan amma haaraa banatee jira. kanaaf YouTube kana seenaatii subscribe godhaafii
Abdisaba2025 is an educational YouTube channel dedicated to high school and university courses. The channel provides clear explanations, simplified lessons, ...