Jesus love True love

Jesus love True love ►Jesus lord❤❤
✅God is Good
Waaqayyoo Gariidh

07/08/2026
20/04/2026

BIYYI KOO HIN ARRABSAMTU! 🎸 SAGALEEN KOO GOOFTAA GADITTI BIYYA KOOF! 🇪🇹🔥
==================================
Artistoota keenya Galaanaa Gaaromsaa fi Yoosan Getahun — galatoomaa! 🙏

“Maaltu si galche ?” jettanii yoo na gaafattan—
👉 Yeroo biyyi koo arrabsamtu callisee ilaaluu hin danda’u.

👉 Biyya jechuun lafaa qofa miti—eenyummaa, kabaja, fi seenaa keenya!

Amantiin kan dhuunfaa dha—namni hundi filannoo isaa qaba.
Garuu biyyi keenya—mana waliinii keenya! 🏡

Ani arrabsoo hin filadhu.
wal kabajuu filadha.
Biyya koo nan jaalladha. ❤️

👉 Yoo ati illee akkas jetta ta’e—share godhi, sagalee kee ol kaas!

❗ “Callisuu = walii galuu miti!”

Yeroon koo amma dha…
Sagalee koo ol kaasuun dirqama koo dha.
Biyyi koo yeroo arrabsamtu—
🎸 ani gitaara koo sirreessaan jira
🎤 Dhugaa jiru faaruun himuuf
Ani callisee hin ilaalu.
Anis sagaleen ta’aaf.

Namni biyyaa isaa jaallatu, ni falma—
Sobaan miti , dhugaadhaan, kabajaan!

👉 Yoo ati illee akkas jetta ta’e…
SHARE godhi! Sagalee keenya haa dhaga’amu!

Address

Tulu Dimtu
OROMIA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jesus love True love posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jesus love True love:

Shortcuts

Share