Anuwar shafi

Anuwar shafi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Anuwar shafi, Addis Ababa.

25/07/2025

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️

24/07/2025

Ergamaa Rahmataa jaalallee keenya irratti salawaata haa buusnu ﷺ💘

"Dubartoonni har'a kabajnu barumsa baay'ee barbaachisoo sadii nu barsiisu. Tokko, akka dubartootaatti ofii keenyaaf dhaa...
04/07/2025

"Dubartoonni har'a kabajnu barumsa baay'ee barbaachisoo sadii nu barsiisu. Tokko, akka dubartootaatti ofii keenyaaf dhaabbachuu qabna. Inni lammaffaan akka dubartootaatti waliif dhaabbachuu qabna. Dhumarrattis akka dubartootaatti haqa hundaaf dhaabbachuu qabna."

Jiruu namicha Baaletti qoraan dugdatti baatee gurguru kaleessaa fi har'aIbsa waa'ee suuraa,Obbo Huseen Kadir har'aa fi t...
22/05/2025

Jiruu namicha Baaletti qoraan dugdatti baatee gurguru kaleessaa fi har'a

Ibsa waa'ee suuraa,Obbo Huseen Kadir har'aa fi torbaniin dura

21 Caamsaa 2025

Obbo Huseen Kadir Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti qoraan dugdatti baatanii maagala Angeetuu geessanii gurguruun hojii idilee isaanii ture.

Ganama takko akkuma baran guyyaa keessa qoraan isaanii fidanii yoo magaala gahan dargaggeessa maqaansaa Naa'ol Daffaroo Qilxuu jedhamuutu karaatti itti dhufe.

Dargaggeessi kun hojii tola ooltummaa hojjechuu akka jaalatu hima. Guyyaa sanas hojuma akkasiitiif gara qarqara magaalattiiti osoo deemaa jiruu nama qoraan baatee dafqa xuruurfatu Kanaan walitti dhufan.

Naa'ool nama kana argee callisee bira darbuu hin dandeenye. Itti goree dubbisee viidiyoo gabaabaan gaaffiif deebii godheef.

Viidiyoon gabaabaan gaafas inni waraabe kun garuu jireenya nama kanaa keewwata biraatti ceesisa jedhee namni akeeke hin turre

05/08/2024
21/04/2024

Fannoo😅

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anuwar shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share