
05/07/2024
Argaafuu sin amanuu
Akka qarootti namarartaa
Kan anaan si waamanuu
Maalumaaf na darartaa
Sagalee guutuun si filadheeraa
Osoo hin hatamin sagaleenko
Anoo ofis siif laadheeraa
Maaf naan taatu dagaleekoo
Ati anumaaf uumamtee
Abjuu kiyyaan argeeraa
Na keessatti muudamtee
Xalayaa siif ergeeraa
Utubii na jabeessii
Dhuunfaake na taasifadhuu
Urgufii natti harbeessii
Guntuutakee laaffifadhuu
Malee.....
Osoo ana qabduu
Orma faana hin joorin
Amma bakkeerra labduu
Maaf anuman soorini
✍️ .......