
06/08/2025
Biyya kanatti namni kan jaallatamu gaafa du'eedha. Ati immoo jaallatamuuf jettee du'uu hin barbaadiin! "Dhuma irratti kan siif lakkaa'amu waggoota jireenya kee keessa jiran miti, jireenya waggoota kee keessa jiraniidha.
"Abjuu mataa keetii ijaari. Yoo kana hin taane, namni biraa si qacaree kan isaa ijaara!
Read every day