29/04/2026
Bulchinsaa Magaalaa Roobee
===============
Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Roobee Ayyaanaa Hundeefamaa Waggaa 33ffaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa iddoo hoogansii olaanoon magaalaa argamanitti Kabajame.
Kabaja Ayyaanaa kana irratti bu'aawwan gama barnootaatiin dhufaan ciminaalee fi hanqinaalee jiru adda basuudhan kallatiin hojii fulduraas kahamee jira.