Hambaa Afrankaa

Hambaa Afrankaa Ofitti Dhiimma Bahuun Qaanii Hin Qabdu
Oromoof oromiyaan haa qananiiitu

27/10/2024

Galmi Gola beekkumsa fi dandeettin itti argamudha galmi warra abbaa oromoo haa bal'atu

ayeetuu
oromiyaa

  kaayyoo #
06/09/2024

kaayyoo #

Jaalalli dhalootummaa safara hin qabu  !  Faayidaarratti waan hin hundoofnef   HUNDEE GANAMAA #
06/08/2024

Jaalalli dhalootummaa safara hin qabu ! Faayidaarratti waan hin hundoofnef

HUNDEE GANAMAA #

  #  dhalooticha #
05/08/2024

# dhalooticha #

Oromummaan dhiigaa oromiyaan biyyaa Ofittummaa diigaaOfittummaan diinaa  jedhe goonniWarra jaalalaa
04/08/2024

Oromummaan dhiigaa
oromiyaan biyyaa
Ofittummaa diigaa
Ofittummaan diinaa jedhe goonni

Warra jaalalaa

Durin jirreen dhuftee ~~~addaan nu dhiibde danuuWaan kaleessan turree ~~ wallaalchiftee kaanuuGaaf gammachuu qabani ~~Bi...
09/05/2024

Durin jirreen dhuftee ~~~addaan nu dhiibde danuu
Waan kaleessan turree ~~ wallaalchiftee kaanuu

Gaaf gammachuu qabani ~~Biyya waammatanii
Gaf gaddillee galee ~~Biyyaan baqatanii

Hammeenyummaa baqaa~~fiignee galma gallee
Yaadaf yaaddoo malee~~namaaf namoo dhaallee

Ofta'uun jireenya uummata gurraachati

  Jimmaa   Tulluu Beegii
15/03/2024

Jimmaa
Tulluu Beegii

Namni qabeenya abbaa ofii hojjetu yoomuu nii guddata boru waanuma hojjetu Sana waan dhaaluf  akkuma qabeenya dhaalan dhi...
08/03/2024

Namni qabeenya abbaa ofii hojjetu yoomuu nii guddata boru waanuma hojjetu Sana waan dhaaluf akkuma qabeenya dhaalan dhibeellee waan dhaalaniif qabeenya abbaa ofii hojjechuun nama eebbaa nama taasisa
Namni Eebbifamaan yoomuu ni milkaa'a Abbaaf Haadha ofii Wanti dursu waan hin jirreef
Sagantaa warra gurraachota kalee lafa tana nuuf dhiisanii darbanii hojjechuun oromoof Daandii eebbati
Dhaloota waan hojjetu beeku

Tulluu leencaa sulultaa

GALMA HORA KUSAAYEE
08/03/2024

GALMA HORA KUSAAYEE

05/03/2024

Address

Oromia
Woliso

Telephone

+251945415829

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hambaa Afrankaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hambaa Afrankaa:

Share