07/04/2026
Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti Giddugala Bahaa, Galmi Mojoo iddoo argaterratti ijaarsi Galmaa eegalamee ture akkaataa saxaxaafi qulqullina ijaarsaa eeggateen xumuramee jira. Balโina isaa gabaasa armaan gadii irraa dubbisaa.