Caalaa Disaasaa

Caalaa Disaasaa Akka warra ofii jiraachuun
Yakka miti.

 #๐’Œ๐’‚๐’“๐’‚๐’‚ ๐’–๐’๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’š'๐’†๐’†๐‘ฐ๐’”๐’‚ ๐’Ž๐’Š๐’๐’Œ๐’Š๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’๐’–๐’–๐‘ฌ๐’†๐’ƒ๐’ƒ๐’‚ ๐‘จ๐’‚๐’ƒ๐’ƒ๐’๐’ ๐‘จ๐’‚๐’š๐’š๐’๐’๐‘ป๐’๐’๐’„๐’‰๐’†๐’† ๐’๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’–๐’–....(2)๐‘ณ๐’‚๐’‡๐’‚  ๐’‡๐’†๐’…๐’‰๐’† ๐’…๐’†๐’†๐’Ž๐’†๐’†  ๐‘ด๐’Š๐’๐’Œ๐’‚๐’‚'๐’–๐’– ๐’‰๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’…๐’‰...
26/07/2025

#๐’Œ๐’‚๐’“๐’‚๐’‚ ๐’–๐’๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’š'๐’†๐’†
๐‘ฐ๐’”๐’‚ ๐’Ž๐’Š๐’๐’Œ๐’Š๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’๐’–๐’–
๐‘ฌ๐’†๐’ƒ๐’ƒ๐’‚ ๐‘จ๐’‚๐’ƒ๐’ƒ๐’๐’ ๐‘จ๐’‚๐’š๐’š๐’๐’
๐‘ป๐’๐’๐’„๐’‰๐’†๐’† ๐’๐’‚๐’Ž๐’๐’Š ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’–๐’–....(2)
๐‘ณ๐’‚๐’‡๐’‚ ๐’‡๐’†๐’…๐’‰๐’† ๐’…๐’†๐’†๐’Ž๐’†๐’†
๐‘ด๐’Š๐’๐’Œ๐’‚๐’‚'๐’–๐’– ๐’‰๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’…๐’‰๐’‚๐’ƒ๐’–....(2)
milkoofte
keenya
๐‘ฎ๐’–๐’š๐’š๐’‚๐’‚ ๐’˜๐’‚๐’‚๐’ ๐’‰๐’๐’‹๐’‹๐’‚๐’•๐’‚๐’ ๐’Š๐’•๐’•๐’Š ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’•๐’‚๐’ ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’„๐’‰๐’–๐’– ๐’˜๐’‚๐’๐’๐’Š ๐’„๐’‚๐’‚๐’๐’– ๐’‰๐’Š๐’ ๐’‹๐’Š๐’“๐’–.
#๐‘ธ๐’‚๐’‚๐’Ž๐’‚๐’ ๐’”๐’Š ๐’ƒ๐’Š๐’“๐’‚๐’•๐’Š ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’Ž๐’–๐’– ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’…๐’‰๐’–๐’๐’๐’†๐’† ๐’”๐’Š๐’Š๐’‡ ๐’ˆ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’…๐’†๐’†๐’ ๐’‹๐’Š๐’“๐’‚
๐’๐’ƒ๐’ƒ๐’๐’๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚ ๐’Œ๐’Š๐’š๐’š๐’‚

  kana irratti jabaatan malee abbaa Addunyaa ofii ta'uu hin danda'an kanaaf jabaadhu hojjadhu.  kaayyoo kee jiraadhu๐Ÿ‘ˆ  f...
15/07/2025

kana irratti jabaatan malee abbaa Addunyaa ofii ta'uu hin danda'an kanaaf jabaadhu hojjadhu.
kaayyoo kee jiraadhu๐Ÿ‘ˆ
fi Afaan malee gurra hin qabne barnoota qabduun bira darbii deemi.
dhaabbatin hin laafatin.
'i ofta'uun Gaaddisa jiruuti.

  se'eem ~~Dabaafi hammaataa    ni beekaa~~ hojiis ta'u akkaataa    argatan ~~ hin taatu Watwaatan    Galata   Ayyaantum...
25/06/2025

se'eem ~~Dabaafi hammaataa
ni beekaa~~ hojiis ta'u akkaataa
argatan ~~ hin taatu Watwaatan
Galata Ayyaantummaa warra abbaa oromoo.
malee jabaa hin ta'an๐Ÿ‘ˆ
kaayyootti cichi๐Ÿ‘ˆ
Walisoo Waaqeffannaa
/A/W Hora Ayeetuu.

  dhukkube~~ na hadoodee Mataan kan koo ~~ anaan oode  dhugaa~~Isini koodee  Gowwaaf Wallaalan ~~isin qoode             ...
16/06/2025

dhukkube~~ na hadoodee
Mataan kan koo ~~ anaan oode
dhugaa~~Isini koodee
Gowwaaf Wallaalan ~~isin qoode


# Alagaaf sagantaan alagaa daangaa keenyan ala

  ija takkaa cirrachaan hin taphatu!  hanguma gahu  safara-Waaqeeffataan Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa male...
15/06/2025

ija takkaa cirrachaan hin taphatu!
hanguma gahu safara
-
Waaqeeffataan Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa malee humaa hin qabu. Dhaabbatni kunillee waaqeeffataa malee humaa hin qabu. Warri boolla sagal qotate boolla takkittii bishaan nutti deebisuu kajeelte dhaloonni tole hin jenne nurraa goraa jenneen namaa mitii sagantaa jala deemna jetteen warra Akka heeraatti buluu dide walitti qabattee koraaf beellamatte beellama waliif guutuu didde. Warri beellama biyyaa diige yoom beellama waliif guuta ree? Hegerellee sagantaan dhaloota kanaa nam-tokkeerra hin jirtu. Dhaloota jiraachisti dhalootaatu jiraachisa! Amma wanti itti aanu Harka yakkoota dhiheenya kana waaqeeffataafi Waaqeeffannaa irratti raawwatame ija dhugaatiin barbaaduutu as aana!
-
Barri roobaa nagaya!
Gadaan quufaafi gabbina!
Denfa Boru

 'aa Galmakoo  Galma Aabboof Aayyoo~~ teessoo hundaaf qixxee   Kan kaleessaa hafeet ~~ har'allee si gubdee Galmi kalee i...
11/06/2025

'aa Galmakoo
Galma Aabboof Aayyoo~~ teessoo hundaaf qixxee
Kan kaleessaa hafeet ~~ har'allee si gubdee

Galmi kalee illee beekaaf beekkumsaan ijaarame waan har'a gubatee badu isinitti fakkaachuu mala
Warra oftaโ€™anii akka Abbaa ofii jiraatantu galma abboota isaanii deebisee ijaare
Ilmaan har'a galma keenya gubde kun kalees abboonni isaanii akkuma kana abboota keenya gochaa turan.

amantii ofiif jecha Amantii Waaqeffannaa gube kalee illee dhaloota keenya akkuma kana gochaa Ture.
dhimma lubbuu isaaniif taate kun
dhimma lubbuu ta'uu maaf Wallaalan.
lolee hin beekne beeka isaaf jecha jalaa callisu sodaa itti fakkaata.

# Galmi ni ijaarama gochaa ta'e immoo seenaaf galaa taate teessi.
sagantaan alagaa daangaa keenyan ala
hin dhalatin
dhalaatullee hin guddatin
guddatullee hin mul'atin
mul'atullee hin dubbatin.
isaa godhu.

11/06/2025
  ~~mataan nu hadoodee Guyyaan kuni ~~dhufee nurraa isin qoode Aabboof Aayyoo keessan ~~lafti ittiin oode!Maal goonaree ...
10/06/2025

~~mataan nu hadoodee
Guyyaan kuni ~~dhufee nurraa isin qoode
Aabboof Aayyoo keessan ~~lafti ittiin oode!
Maal goonaree koodee~~ Wallaalan nu qoode!

isin tiksu
isin guddiisu
isin mul'isu
isin eeggatuu
hafeet isin ajjeessan๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ

nu hadoodee.๐Ÿ˜ฅ๐Ÿ˜ฅ

  dhabnet ~~rafuu dadhabne Isin dhabnet ~~waan jennu dhabneIsin dhabnet ~~ qalbii cabne       keessan aggaammi hunda kee...
09/06/2025

dhabnet ~~rafuu dadhabne
Isin dhabnet ~~waan jennu dhabne
Isin dhabnet ~~ qalbii cabne
keessan aggaammi hunda keenyati.
Gaafa isin "Waaqeffataa" jettan kan garaa isinii laafuu hedelle isinitti jabaate! Kanatu daran nu dhukkubse! !

Callaawwaan, qaroowwaan ijoollummaan oftaate waltaatee Galma banatani; duudhaa fi aadaa abbaa isaani Waaqeffannaa dagaagsuuf onnatanii hojjataa osoo jiranuu wajjumanis nagaa Oromootti dhaammatan!

Wayyoo๐Ÿ˜ญ  keessan dhalootaf haa hafu.Isa isin nyaattan ~~ argee wayi nyaataa! Isa isin argitan ~~ argee wayi argaa!     S...
09/06/2025

Wayyoo๐Ÿ˜ญ

keessan dhalootaf haa hafu.
Isa isin nyaattan ~~ argee wayi nyaataa!
Isa isin argitan ~~ argee wayi argaa!
Sanyii facaafatee ~~wayi isaaf margaa!
Hojii isaa kanaan ~~wayi jiruu argaa!
Hiddi dhalootasaa~~ wayi laate margaa!
Horee ilmoo dhalchee ~wayi ijaan argaa!
firee dhabeet lafa irraa darba!

# Nama dhukkuba dhalootakoo.

  Hubadhuu akkan Ani jedhee Nan Deema hin dhiisuu Lafa kaayyoon jiruKaayyoo Aabboo kiyyaa kan naaf caalu hin jiru (2)   ...
25/11/2024

Hubadhuu akkan Ani jedhee
Nan Deema hin dhiisuu Lafa kaayyoon jiru
Kaayyoo Aabboo kiyyaa kan naaf caalu hin jiru (2)
Nan dubbadha yoomuu qalbii hin hiruu
Nan Deema durattii Lafa kaayyoon jiruu
Kaayyoodhaan jiraachuun ni cimaa dhageessee
hin dhaqin kaayyoo Lafa keessee
Jabaadhuu imalii hammuma dandeessee
Namuu ni hubataa Gaafa guyyaan geesse(2)

Jiruun maatii ofii wajjin jiraatan milkiidha        nuuf jiraadhu. Rakkoof gad- hin jennee~~ hundaa ceete baatee!Jiruun ...
30/10/2024

Jiruun maatii ofii wajjin jiraatan milkiidha
nuuf jiraadhu.

Rakkoof gad- hin jennee~~ hundaa ceete baatee!
Jiruun Aayyoo ofii ~hundaan kan badhaate.
Osoo miira qabdu waa Mara dandeessee
Oolma guddaa qabda baga har'a geesse.
waliin.

Address

South West
Woliso

Telephone

+251928628372

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Disaasaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Caalaa Disaasaa:

Share