Waajjira Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Aanaa Sooddoo Daaccii

Waajjira Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Aanaa Sooddoo Daaccii Agriculture is a Back Bone of our Country

07/06/2017Godina Shawaa kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Oomisha Qamadii Jallisii Bonee Ganda Hayaa Waraditti hojjat...
14/02/2025

07/06/2017
Godina Shawaa kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Oomisha Qamadii Jallisii Bonee Ganda Hayaa Waraditti hojjatameedha.Qaamoleen Deeggarsa Ogummaa fi Hoggansaa Sadarkaan jiran taasisaan Badhaadhina Maatii milkeessuu keessaatti gahee olaanaa waan qabuf galatoomaa jechaa,Gandoota Aanichaa keessatti hojiin Misooma Qamadii Bonee Inisheetivii cimaa ta'ee kan itti fufaa jirudha.

Godina Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Ganda Tarree Shinootti Misoomaa qamadii bonee Suuraadhan!!
08/02/2025

Godina Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Ganda Tarree Shinootti Misoomaa qamadii bonee Suuraadhan!!

30/01/2025
Qabeenya uumamaa eeguu, kunuunsuu fi Sirnaan  itti fayyadamuun dirqama dhaloota har'aati!===================={Godina Sha...
22/01/2025

Qabeenya uumamaa eeguu, kunuunsuu fi Sirnaan itti fayyadamuun dirqama dhaloota har'aati!
===================={
Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciittii hojiin Qabeenya uumamaa haala ho'aa ta'een hojjattoonni mootummaa fi bakka Bulchaan Aanichaa Obbo Bahaaruu Badhaadhaa argamanitti egalamera.
Itti dabaluunis,Hojii qabeenya uumamaa kunuunsuun oomishaafi oomishtummaa dachaan dabaluun dinagdee biyyaa guddisuu bira darbee naannoo mijataa ta’e uumuun,jireenya itti fufsiisuu keessatti guddaa qabas jechuun Obbo Bahaaruu dubataniiru.
Gama biraatinis immoo Itti gaafatamaan Waajjira Qonna fi lafaa Aanichaa Obbo Abbabaa Faantaa aaka jedhanitti Hojiin eegumsaa fi kunuunsa qabeenya uumamaatiin waggoottan shanan darban hojjetamaa tureen jijjiiramni guddaan argamuu ibsanii, bara kanas bu'aawwan argaman kana hubachuun caalmaatti hojjachuun oomishaafi oomishtummaa dachaan dabaluuf .
Waqtii bonaa kanatti bu'aawwan hanga ammaatti argaman itti fufsiisuuf, "Qabeenya uumamaa eeguu, kunuunsuu fi itti fayyadamuun dirqama dhaloota har'aati!" Yaadama jedhuun gandoota garaagaraa keessatti hojiin qabeenya uumamaa eegalee jiraachuus ibsaniiru.

Hojii eegumsa biyyeefi bishaanii bara 2017tiin suluulota 6, 465 keesatti lafa hektaara 3,232,500 qaamolee hawaasaa 9,828...
24/12/2024

Hojii eegumsa biyyeefi bishaanii bara 2017tiin suluulota 6, 465 keesatti lafa hektaara 3,232,500 qaamolee hawaasaa 9,828,130 hirmaachisuun hojjechuuf karoorfamuu Obbo Eeliyaas Kadir Hoogganaa Itti Aanaa BQO himan.

Dulli hojii eegumsa biyyeefi Bishaanii bara 2017 kunis ji'a Ammajjii jalqabarraa eegalee Godinoota 21, Aanaalee 294 fi gandoota 6,465 keessatti gaggeeffamuuf Qophiin xumuramuu Obbo Eeliyaas himan.

Biyyoofi biyya abbaatu eeggata waan ta'eef dhaloonni har'a jirru qabeenya uumamaa misoomsuufi kunuunsuun dhaloota dachee magariituufi hawwattuu jiruufi jireenyaaf mijattuu taate dhaalchisuuf hawaasni keenya hojii seena qabeessa ta'e hojjetamuu Obbo Eeliyaas heeraniiru.

Qabeenyi uumamaa dhala nama fi lubbu qabeeyyi dachee kana irra jiraatan hundaaf barbaachisaa ta’u irraa darbee faayidaa hawwaas-dinaagdee fi madaala naannoo eeguu, guddina dinaagdee biyyaa utubuu irraa hanga galii nama dhunfaa dabaluurratti gahee olaanaa qabaachuusaa Mootummaan sirritti hubachuun hojii kanaaf xiyyeeffannoo addaa kennuun karaa tarsiimawaa ta'een hogganuun qaamolee hawaasaa hirmaachisuun hojii hojjetameen bu'aan jajjabeessaafi abdii biyyatti horu hojjetamuu Obbo Eeliyaas ibsaniiru.

Bara kanas, karaa addaaan qophii barbaachisu taasisuun hojiiwwan Daagaa adda addaa Km 1,247,929, Istiraakcheroota bishaan yaasan Meetirkubbii 3,221,499, Istiraakcheroota bishaan qusatan lakkoofsaan 16,734,317, hallayyaa hidhuu gaabiyoonii fi dhagaan Meetirkubbii 835,265, hallayyaa hidhuu mukaan LM 1,665,927, lafa tuttuqqaa irraa dhorkuu hekt. 698,230, daagaa adda addaa suphuu kunt. 261,837 qamolee hawaasaa 9,828,130 hirmaachisuun hojjechuuf karoorfamuu Obbo Eeliyaas hiiraniiru.

Bara kanas, Hawassni keenya muuxannoo qabuun qindoominaan hojii seenaa dabalataa hojjechuun ashaaraa isaa dhalootaaf kaa'uu akka qabu Obbo Eeliyaas dhaamaniiru.

Mudde 15/2017 Godina Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Waajjirri Qonnaa fi  Lafaa Aanichaa leenjii sosochii h...
24/12/2024

Mudde 15/2017
Godina Shawaa Kibbaa Lixaa Aanaa Sooddoo Daacciitti Waajjirri Qonnaa fi Lafaa Aanichaa leenjii sosochii hojii Qabeenya uumamaa bara kana Hojjatamuuf Iddoo I/A Bulchaa fi I.G waajjira Qonnaa fi Lafaa Obbo Abbabaa Fantaa fi I.A waajjira Qonnaa Godina Shawaa kibba lixaa obbo Birhaanuu Alamuu argamanitti qooda Fudhattootaf leenjiin kennamuu Eegalee jira.

Waadaa Gochaan; Badhaadhinaa Itoophiyaaf!!11/04/2017Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddo Daacciitti Oomishaa Qamadii J...
20/12/2024

Waadaa Gochaan; Badhaadhinaa Itoophiyaaf!!

11/04/2017
Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddo Daacciitti Oomishaa Qamadii Jallisii Bonee gandoota Aanichaa Keessatti hojjataamaa kan jiruu fi Deeggarsi Ogeeyyiin Qonnaa Kennaa jiran Gaarii ta'uu I.A Bulchaa Fi I.G Qonnaa Fi lafaa Aanichaa kan ta'an Obbo Abbaabaa Faantaa Himan.

20/12/2024

👉Waadaa Gochaan; Badhaadhinaa Itoophiyaaf!!

Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddo Daacciitti Oomishaa Qamadii Jallisii Bonee gandoota Aanichaa Keessatti hojjataamaa kan jiruu fi Deeggarsi Ogeeyyiin Qonnaa Kennaa jiran Gaarii ta'uu I.A Bulchaa Fi I.G waajjira Qonnaa Fi lafaa Aanichaa kan ta'an Obbo Abbaabaa Faantaa ibsan.

👉 Cobni Bishaanii Humna Misoomati

23/08/2024

Address

Woliso

Telephone

+251988191196

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Aanaa Sooddoo Daaccii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share