Tadele Gebre

Tadele Gebre I believe in working hard. Communicator and respect others can describes me. I'm happy in my behavior

13/02/2026
13/02/2026
17/03/2025

Milkaahinootni keenya, Galaa imala keenyaati!
*******
Paartiin Badhaadhinaa yaadamaa sirrii fi sagantaa bu'a qabeessa hojiirra oolchuudhaan imala waggoottan torban darbaniitiin milkaahinoota siyaas-diinagdee, hawaasummaa fi hariiroo alaa galmeessaa, waadaa isaatis gochaan dhugoomsaa fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuu irratti argama. Milkaahinootni kunniin agarsiiftuu sirrummaa yaadamaa keenyaa akkasumas galaa imala fuula duraati.

15/01/2025
12/01/2024

Imalli badhaadhinaa milkaahinoota hunda galeessa ta’aniin faayamee itti fufeera.
=======
Qabeenya uumaan nu badhaase qixaan hubachuu, kunuunsuu fi faayidaa biyyaatiif oolchuun biyya badhaadhinatti ceesisuuf daran murteessaadha.

Itoophiyaan biyya mijaahina jireenyaa goonfatte, qabeenya uumamaa fi namtolchee akkasumas iddoowwan seena qabeessa qaamaaf qalbii booji’an, giddu gala tuurizimii ta’uudhaanis diinagdee biyyaatiif galaa ta’an hedduudhaan kan dabaalamtedha.

Diinagdee damdaneessaan badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf sagantaan qabame carraalee gama tuurizimiitiin jiranitti qixaan fayyadamuu, qabeenya naannawaa ofii sirnaan hubachuu fi ittis gargaaramuu akka dandeenyu akeekuudhaan gamatti tuurizimiin badhaadhina biyyaatiif akka oolu taasisuu irratti argama.

Pirojektiin Ikoo Turizimii Wancii Dandii ijaarsi isaa xumurame xiyyeeffannaa damee turizimiitiif kennamee hojjatamaa jiruuf agarsiiftuu guddaadha.

Address

Yabelo

Telephone

+251938250544

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tadele Gebre posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tadele Gebre:

Share