Artist Habtamu Lamu

Artist Habtamu Lamu Yeroo Hundumaa Waaqayyootti Abdadhaa.

04/10/2025

Baga Ayyaana Irreecha Geessani!
Irreeffannaa malkaa talilaa qulqulluu, kan nagaa, kan Jaalalaa fi kan Tokkummaa nuf haataasisu!!

Irreecha represents the transition from the cold and wet season to the warm and vibrant Spring, a season of revival, renewal, and jubilation.
blossoming into the green and flowery birraa season.
The celebration reminding us of the importance of coming together as one people. It also serves as a bridge of understanding, connecting with All Ethiopians and neighbors communities, fostering mutual respect, and promoting harmony.
Happy Irreecha!!

04/10/2025
04/10/2025

🌳🌼Happy Irreecha for everyone celebrating!
May this beautiful festival(Annual thanksgiving festival of the Oromo people in Ethiopia) bring you joy, peace, and pride!
May God watch over Ethiopia and protect all Ethiopians, guiding us toward peace, unity, and prosperity.

We are grateful for the past year's blessingsπŸ™

Baga Ayyaana Irreechaaf nagaan geessaan!
Ayyaanni kun kan nagaan, gammachuun fi saboonummaan guutame isiniif haa ta’u.

Nagaan bahaa ; nagaan galaa Lafa nagaa oolaa ;Milkiin Galaa!! πŸŒ³πŸŒΌπŸŒΌπŸ™

መልካም α‹¨αŠ’αˆ¬α‰» α‰ α‹“αˆ!

04/10/2025

Baga Irreecha Malkaa bara 2018 nagaan geessan!
Irreechi mal’attoo nageenyaa, jaalalaa, araaraa fi tokkummaati!
Irreechi Irree keenya!

αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• ለ2018 α‹¨αˆ˜αˆαŠ« αŠ’αˆ¬α‰» α‰ α‹“αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ!
αŠ₯αˆ¬α‰» α‹¨αˆ°αˆ‹αˆα£ α‹¨αŠ αŠ•α‹΅αŠα‰΅α£ α‹¨αα‰…αˆ­ αŠ₯αŠ“ α‹¨α‹•αˆ­α‰… α‰ α‹“αˆ αŠα‹!

መልካም α‰ α‹“αˆ!

Garmalee of ibsuu irraa fagaadhu.   Eenyu akka taate ofitti amanamummaa qabaadhu.Jireenya kee keessatti madaallii qabadh...
03/10/2025

Garmalee of ibsuu irraa fagaadhu.
Eenyu akka taate ofitti amanamummaa qabaadhu.
Jireenya kee keessatti madaallii qabadhu.
Waan baay’ee siif barbaachisaa ta’e barreessiitii mul’adhu.
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/drhoneliat12em
https://t.me/drhoneliat12em

Biyya tokkoo mootummaan biyya bulchu "nama  ijoollee 5 qabuuf qarshii miliyoona tokko 1 nan kennaaf. Warri ijoollee 5 qa...
25/09/2025

Biyya tokkoo mootummaan biyya bulchu "nama ijoollee 5 qabuuf qarshii miliyoona tokko 1 nan kennaaf. Warri ijoollee 5 qabdan galmeeffadhaa!" jedhee beeksisa baase. Namtichi tokko kana dhagahe tokko fiigee manasaatti galee haadha warraa isaatiin "maaloo mootummaan nama ijoollee 5 qabuuf qarshii miliyoona 1 kennaa jira maal wayya?" jedheen Haati manaas "maali nutoo ijoollee 4 qofa qabnaati maal nuuf godharee?" Jetteen. Yeroo kana namtichi deebisee "ilaa yaa giiftii koo kanaan
dura si dhokseen ture. Har'a garuu sittan himaati, mucaa ilmaa tokkon bakkeedhaa qaba. Amma isa dhaqee fideen walitti daballee ittiin dhaqnee miliyoona fudhanna" jedhee qajeele. Mucaasaa kan bakkeedhaa dhalchate harka qabatee yoo dhufu, ijoolleen arfan immoo hin jiran. Yeroo kana namtichi na'ee "meerre ijoolleen koo arfan?" yeroonni jedhu, haati warraa deebiftee maal jatte seeta...

"Elaa yaa gooftaakoo anis akkumakee si dhokseen ijoollee kana arfan nama biraa irraan godhadhe. Akkuma ati manaa baateen abbaa isaaniitu dhufee fudhate." πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ˜„πŸ˜„
4 fi 1 durfame jaarsi.



Baga biyya kana hin jiraatiin waan akkasii... πŸ˜€
Nagaan bulaa!

Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf pagekoo follow godhii darbi❀
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/Abcoromoo
https://t.me/Abcoromoo

04/09/2025

‼️
Utuu Qaammeetti hin ce'in qabatamaatti Misiraachoo argiπŸ™
πŸ‘‡
https://t.me/Abcoromoo

04/09/2025

‼️
Waaqayyo bakka deemtutti Alagaa Fira siif haa godhuπŸ™
πŸ‘‡
https://t.me/Abcoromoo

04/09/2025

‼️

Manaa baatee karaatti hafuu Waaqayyo si haa oolchu!🚐🫢
πŸ‘‰ https://t.me/Abcoromoo

Address

London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artist Habtamu Lamu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share