Oromia Information Media-OIM

Oromia Information Media-OIM OIM is a media and news company founded in 2020 by Oromo scholars to serve the nation with the info

Ijoolleef
05/05/2025

Ijoolleef

03/05/2025

OIM

Inaaffaan eessaa nutti dhufee?

01/02/2025

ያንገሸገሸኝ ፖለቲካችን፦

የጠላውት የኦሮሞ ፖለቲካ ብኖር በለውጡ ማግስት ኦህዴድንና ህወሐትን ለይቶ ማየት ነበር።

ኬኛ ብሎ ስያጨበጭቡ የነበሩ ጓዶቼ በአንድ የኦፌኮ ቢሮ ውስጥ ለመጨረሻ ጊዜ ተሰብስበን አቋሜን በዚህ መልክ ሳቀርብላቸው አንተ የትላንቱ ቦታ ነህ አሉኝ። ከዘጠኙ የኮሚቴው አባላት አንድም ሰው አልደገፈኝም። ሶስት ሰዎች ግን ዝምታን መርጦ ነበር። ዛሬ ተደብቆ ይኖራሉ፤ ሌሎች ጠፍቷል። የተሰዋም ነበር።

ስምምነት ያሳጣን የኔው የጊዜው አነጋገር ነበር። እኔ የነበረኝ አቋም፡ "አባዱላንና አባይ ፀሓዬን ለይቶ ማየት፣ አብይንና ጌታቾ አሰፋን ለይቶ ማየት እና የለማን ቡድን እንደ ጠላት አለማየት ዋጋ ያስከፍለናል የምል ነበር። ከዚህም አልፎ ኦህዴድን ለማንገስ አንድም ቀን መንገድ አልዘጋንም እያልኩ ነበር።

በለውጡ ሞቂታ የከነፉ ጓዶቼ ከቀበሌ ሊቀ መንበርነት እስከ ከተማ አስተዳደር ሹመት አገኙ። እርስ በእርስ መሸሽ ጀመርን። ለውጡን የተቀበሉና ያልተቀበሉ ተብሎ ቄሮ ለሁለት ተከፈለ። ባልሳሳት 350 አከባቢ የሚሆኑ ተደራጅቶ መሬት እንዲሰጣቸው ተደረገ።

የሚያሳዝነው ግን በጊዜው ሹመት ያገኙ ልጆች አምስት ወራት በሥልጣናቸው አልቆዩም። እሱ ብቻ አይዴለም ዛሬ አፉን ሞልቶ የሚያዋራኝ የለም። በሞራልም በኢኮኖሚም ከመውደቅ አልቀሩም። እኔ ግን ያለ መሸማቀቅ የቀን ስራዬን እየሰራሁ እኖራለሁ።

ዛሬም አብይን አውሬ አድርጎ ለማን መለአክ ለማድረግ የሚለፉ እንከፎች ያቺን ቀን አስታወሱኝ።

በአጠቃላይ እኛ ነፃ የማንወጠው የግለሰቦችና የነጋዴ ድርጅቶች ጥገኛ በመሆናችን ነውና ከዚህ አመለካከትና አስተሳሰብ ካልወጣን ስለ ነፃነት ባናወራው ይሻለናል።

የግንዶ ልጅ ያደኮል ነኝ።

መልካም ትግል ለሐቀኞቹ
የካቲት 01 ቀን 2025 ዓም
ሎንዶን

01/11/2024
Beekan Erena tiin 👇 CUBBUU JAARMIYAALEE SIYAASAA OROMOOTI."Icciitii Dhaabaa News-WMOA in Concern!Hoogganoonni ABO Haga a...
16/10/2024

Beekan Erena tiin 👇

CUBBUU JAARMIYAALEE SIYAASAA OROMOOTI.

"Icciitii Dhaabaa News-WMOA in Concern!

Hoogganoonni ABO Haga ammaatti jiran WBO waldaguugsisuutiin beekamu.

Icciitii dhaabaa jedhamee dhokfame malee, Leencoo Lataa fi Jaarraa Abbaa Gaddaa waldhabanii, WBO kumoota hedduu waldaguugsisan.

Daawud Ibsaa fi Galaasaa Dilboo/Kamaal Galchuu waldhabanii, WBO kumaatamaan hedduu waldaguugsisan

Miliyoon Dirribaa, Faqqadaa Abdiisaa fi Sanyii Nagaasaa fi Shurrubbee fi Gammachuu Abbooyyee fi....waldhabanii, WBOn Guyyaa guyyaan har'ayyuu waldaguugaa jira. Ragaan kumootaan galmee WMOA keesaa jira.

Kun garuu hin dubbatamu Icciitii Dhaabaati😡.

Ijoolleen dhumtus ilmaan hiyyeessaa waan taateef kan gaafatu hin jiru. Warri "abalu achi buuteen dhabme" jedhamanii hafan icciitii Dhaabaa ta'aniitu dhabaman. Waan WMOAn qotee bira gahe bukoodha. Jechi Seena'eera/Seenofteetti jettus achumaa biqilte...

Kottaamee, "Beeknee waraana hin hooggannu" jennee waliifgallee qabsoo hidhannoo kana asumatti dhiifnaa. Akka walitti garaajabaannu ormatti garaa hin jabaannuum. Ajajaa Faannoo tokkittii Oromoorraa ajjeesee hin beekne hedduutu WBO danuu fixeera. Kun Icciitii WMOAti.

Nan yaadadha. Yeroo tokko Jaalle Miliyoon (Marroon) "WBOn yokaan Oromoo bilisa baasuu yokaan diigamee baduu qaba. Qabsoon kun gara kamittuu xumuramuu qabdi. Oromoon maqaa qabsoo kanaatiin dararamaa hafuu hin qabu" jedhee ture. Raadiyoo Arraata Biyuoleessaa jedhanirraa dhaggeeffadheera. Kun sirriidha. Amma kan nutis, Oromoonis WBOnis irratti waliigalee jiru, WBOn Oromoo bilisa baasuu akka hin dandeenyedha. Abadan hinyaadamu. Dhalooteen hiriyootakoos if hindadhabsiisiin.

Nan yaadadha, yeroo tokko Jaalle Faqqadaa Abdiisaa, "Isa diinni nu ajjeesu caalaatti isa nuti WBOn wal ajjeesaa oollutu dachaa dhibba caala" jedhe. Viidiyoo marsaa 8f waraabame YouTube Orosity keessaa daawwadhu.

Mardaasaan immoo Ilmaan Oromoo walajjeesuurra Qabsoon hafuu wayya jedhe.

Nanhubadha! Qaamni natti dhaddttan guutuudha. Keessumaa North Ameica kanaa guyyaan waan hadhooftuu akkanaa maxxansu kaan matti bilbilee boo'a; kaan nadoorsisa; kaan dhaabiitti Beekaniin hinmaraachinu yoo ta'e jedha (Waraabbii hiriyaankoo isaan keessa taa'ee waraabee naaf erge jira), kaan xalayaa jibbiinsaa dhaabbata mana barnootakootti ergaa ture. Hedduu hedduu....hubadhaa! Nama 10 daandii badisaarraa yooon deebise anaaf bu'aa muldhatakooti. Nan amana ammoo Miliyoonota ija saaqeera."

Otoo beeknuu huubaan wajjin jette 🐕 n.

OIM-Onkoloolessa 12, 2024Qophii keenya addaa har'aatiin mata duree QBO fi Qabsaa'ota Dubartootaa jedhu irratti seenaa Da...
12/10/2024

OIM-Onkoloolessa 12, 2024

Qophii keenya addaa har'aatiin mata duree QBO fi Qabsaa'ota Dubartootaa jedhu irratti seenaa Dabballee WBO duraanii Jaal Obsee Doorii kutaa 1ffaa isin biraan geenya.

Sa'a 16:00 (4PM)
London, UK

Sa'a 08:00 AM Portland OR USA

11/10/2024

Mee namoonni naannoo sana jirtan odeessa qulqulluu nuuf kennaa!

Torban darbe kana keessa naannoo magaalaa Moojotti namoota akkamiitu ajjeefame? Sababni isaa maali? Eenyutu ajjeese?

07/10/2024

የትግራይ ንጹሐን ሕዝቦችን ለአንዴና ለመጨረሻ ጊዜ ከህወሓት ነፃ ማውጣት አስፈላጊ ነው ።

Ofkalchi Waaqi...Finfinneetti kirkirri lafaa dhaga'ame kan nasnnoo Awaas, Affaariti muudateedha. Rabbi Irreessatti hin d...
06/10/2024

Ofkalchi Waaqi...Finfinneetti kirkirri lafaa dhaga'ame kan nasnnoo Awaas, Affaariti muudateedha.

Rabbi Irreessatti hin dheekkamu!

Dabtaraan dhudhuufuuf jirti.

Action at the right time ⏲️
02/10/2024

Action at the right time ⏲️

01/10/2024

Namoonni karaa Email naqunnamta yeroodhaaf waan kamiyyuu naaf hin erginaa. Account n ani qabu hunduu cabeera. Sagantaan kaleessa dabarses akka jirutti badeera.

Address

Empire Way, Wembley
London
HA98DS

Telephone

+447517370131

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Information Media-OIM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share