Wallaggaa Media Network - WMN

Wallaggaa Media Network - WMN Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wallaggaa Media Network - WMN, Media/News Company, London.

29/08/2026

Moottummaan namoota kana seeratti haa dhiyeessu.

29/08/2026
29/08/2026
29/08/2026

Arab still Owen slaves and the reason to be is Quran.

Have you tought of this that your profit looking after Devil 😈You have not done your home work of reading before believi...
29/08/2026

Have you tought of this that your profit looking after Devil 😈
You have not done your home work of reading before believing and in sulting us for reading it to you. We are only reading to you what your profit and its campaigns narrate and we do not expect it to offend you or your profit.

May Abdi Raggasa aswer this ? He is so defending arab way of dressing so heavely.

Before even learning what is in Arab book of religion. ABDI

Dandiin karaa nagaa yoomuu filatamaa dha. Obbolaa gidduutti Lolli Fokkataa dha.Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa ...
29/08/2026

Dandiin karaa nagaa yoomuu filatamaa dha. Obbolaa gidduutti Lolli Fokkataa dha.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti Miseensonni WBO Jaal Yaaddeessaan hooganaman hidhaannoo Guutuu waliin Mootummaatti Kara Nagaa Harka Kennatanii jiru

Yeroo Miseensonni Karaa Nagaa galan kunneen uummata Magaalaa Shaambuun simatamanii jiru.

Daandii Karaa Nagaa Injifataadha🕊

Biyya keenyatti Abbaan yoo duheIlmi batii 2 hameenya taaha. Yoo xiqaate ammoo Torbaan lamaaf. Faranjiin garuu battaluma ...
29/08/2026

Biyya keenyatti Abbaan yoo duhe
Ilmi batii 2 hameenya taaha. Yoo xiqaate ammoo Torbaan lamaaf. Faranjiin garuu battaluma abaan duheti ilmi Barcuma yaabdee seequu eegalti. Kan duhe duheera inni jiru Gadaan yeroo ofii gubuu hin qabu, jedheeti Dhiichisaa awalee galee
Farsoo isaa dhuga 😀nuti Nama duhe hundummaa waliin haga yoomitti duunee dandeenya ? Nama gaddi hundumaa waliin haga yoomiiti gardiner dandeenya ?
Kana irraa yeroon akkam barbaachistuu akka taate barana. Faranjiin ofii yeroo isaati fayadamaa nuun maliif Waan darbeen yeroo kenya gubna ?
Deebii kanaa baruuf Qaruxxee tahuu qabda 😀

Address

London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wallaggaa Media Network - WMN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share