Galmoo T Page

Ring VÀgbeskrivning Kontakta affÀren

Galmoo T Page Welcome everyone! 🌳

04/10/2026

October 3rd,
Finfinnee, Oromiyaa đŸ–€â€ïžđŸ€

01/10/2026

Dronin Finfinnee dhaqqabaa jirti!
Dhiisaa hoggaa janne hin dhageessan!
Ilmaan namaa boochisuun waggaa 8 dhaabatuu qaba. Zamanni ufii tolfatanii Finfinnee walakkaa taa'anii ilmaan magaalaa sunii ala jiran dararan ni dhaabata gaaf tokko!

Dhaabaa diplomasitti deebi'aa!

Dhugaa tana numa dubbanna!Kedir Martu gosa Alaa itti gale! Oromoon ifitti qabdee bikka isaan malle kanniteef! Gaafa inni...
30/09/2026

Dhugaa tana numa dubbanna!

Kedir Martu gosa Alaa itti gale!
Oromoon ifitti qabdee bikka isaan malle kanniteef! Gaafa inni ilmaan adeerranii walitti buusu ifii dhaloota sammuu cabsuuf hojjatu booda dhaabattanii itti dhiibuun keysan dogongora!

Nama dhaloota sammuu cabsaa ture akka gootatti ummata irratti olkaasuunilleen ummata Oromoo irratti cubbuu hojjatuudha!
Haqa ummata kanaa hin dabsinaa!

20/09/2026

Check out sabrina jamal💜🌳's LIVE streams on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from sabrina jamal💜🌳.

10/08/2026

🚹 USCIS POLICY UPDATE

USCIS may, in certain circumstances, deny an immigration benefit request without first issuing a Request for Evidence (RFE), including when required initial evidence is missing or the submitted evidence does not establish eligibility.

That makes submitting a complete and well-prepared application especially important. Properly organizing forms and supporting documents can help ensure your filing includes the required information and evidence.

At Aziza Immigration & Tax Services, we provide immigration application and document preparation support.

📞 612-465-9344
💬 WhatsApp: 612-499-4322
📍 Columbia Heights, MN
🌐 www.azizaimmigration.com

Follow us for more immigration updates and helpful information.

Not legal advice. We are not attorneys and do not provide legal representation.

05/08/2026

Joollee teenya tan Oromoo nama 43, tan bikka adda addaa irraa walitti qabamanq kambi magaalaa Athens, greece reefu gahanii jiran.

Baga goytaan nagayaan bishaan gubbaa isaan dabarse! 🙏

July 30 greece đŸ‡ŹđŸ‡· warra seene:Warri as jalaa kuni ammoo guyyaa 30 july nagayaan bishaanirra as dabran. Lafa kaartaa irra...
05/08/2026

July 30 greece đŸ‡ŹđŸ‡· warra seene:

Warri as jalaa kuni ammoo guyyaa 30 july nagayaan bishaanirra as dabran. Lafa kaartaa irratti muldhatu sunirraa walitti qabaman.
Namni uffata ifii nama asirra jiru kan isaan waliin karaa seenan argitanii beytan maatiif beysisaa!

Bishaan kanarra ammoo deemuun rakkoo hamtuuf akka nama saaxiltu hubadhaa! Maatin joollee teysan hanga dandeysanitti qabadhaa! Bishaan kanarra hin erginaa!

Seenaa GD Guutuu  nama qabsoo Oromoo irratti hirmaate ykn Oromoof sagalee tahe akka turte shakkiin hin jirtu. Ammoo Umma...
19/06/2026

Seenaa GD Guutuu nama qabsoo Oromoo irratti hirmaate ykn Oromoof sagalee tahe akka turte shakkiin hin jirtu. Ammoo Ummata kee irratti balaa afeertee deebitee ani isniif qabsaawe akkamitti narraa dubbattan jachuun sirrii miti. Haga feete yoo qabsowte waan qabtamaan hin jirre duula ummata irratti bante, ummatuma kana waan miidhu itti deebisuu hin qaanfattuu?

Kan qabsaawamuuf ummata ufii baraaruf malee duula balaa fidu irratti bananii balaa itti afeeruu miti. Qabsoof wareegama nama hedduutu kafale. Gaaf namoonni akka keetii cunqursaa afeeru ka si dura dhaabatu hedduudha. Saniif akka gumaachi ati goote akka intala Oromootti gatii hin dhabne waan ja'amu madaalun barbaachisaadha!

Gaafii 2ffaa herrega minstry bara dabree. Hoggaan yeroo aegadhe itti ida'aatin deema. Joollee teenya gargaarumaaf.
09/04/2026

Gaafii 2ffaa herrega minstry bara dabree. Hoggaan yeroo aegadhe itti ida'aatin deema. Joollee teenya gargaarumaaf.

MIDDLE LEVEL SCHOOLl 8th GRADE LEAVING CERTIFICATE MATHEMATICS EXAMINATION SENE 2017/jUNE 2025

Adress

Stockholm

Telefon

+251994031386

Webbplats

Aviseringar

Bli först med att veta: vi skickar ett mejl nÀr Galmoo T Page publicerar nyheter och kampanjer. Din e-postadress anvÀnds inte till nÄgot annat, och du kan avsluta prenumerationen nÀr som helst.

Kontakta AffÀren

Skicka ett meddelande till Galmoo T Page:

GenvÀgar

Dela