
11/07/2025
Tajaajila Lammummaa Ol Ka'iinsa Itoophiyaa, Badhaadhina Biyyaaf!
_________
Qindeessummaa Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaatiin kan Qophaa'e Sagantaan Sosoochii Tajaajila Lammummaa Gannaa Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti Gaggeeffameera.Sagaantaa Kana Irratti Hoggansi Waajjira Paartii Badhaadhinaa Biyyaaleessaa, Hoggansi Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Olaanaafii Gurmuun Dargaggoota Naannoolee akkasumas Hoggansi Olaanaan Godinichaa Argamaniiru.Sagantaa Kanaan Ijaarsi Mana Harka Qalleeyyii,Hojiin Baruu Barsiisuu Gannaa,Arjoomni Dhiigaa,Deeggarsi Meeshaalee Barnootaa Harka Qalleeyyii Kan Gaggeeffame Tahuu saati.Xumurarratti Inisheetiiviiwwan Fayyadamummaa Dargaggoota Guddisan Daawwattaniiru!