Murad Mohammed Aliyi

Murad Mohammed Aliyi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Murad Mohammed Aliyi, Digital creator, Baswa.

11/08/2026

#ሰበር-መረጃ
ከ600 በላይ የህወሓት ታጣቂ ምሽግን ጥለው ኮብለሉ

በርካታ የህወሃት ታጣቂዎች እኛ አንዋጋም በማላት ከምሽግ መምለጥና መበተን ጀምሯል፤ በዚህም በህውሓት አርሚ 15 ፣ 22 እና 26 ውስጥ የነበሩ ከ600 በላይ ታጣቂዎች በዛታ አካባቢ ለጦርነት ዝግጅት ወደ ምሽግ ተገደው ገብተው የነበር ቢሆንም ፤ ታጣቂዎቹው ሌሊት ምሽጉን ጥለው መኮብለላቸው ታውቋል፡፡ ሌሎችም ይህንን መሰል ዕርምጃ እንደሚከተሉና ቡድኑን ባዶ እንደሚያስቀሩት እየተነገረ ይገኛል። ከምሽግ ያመለጡት ታጣቂዎች የትግራይ ሰላም ሃይልን እየተቀለቀሉ መሆኑን ከደረሱን መረጃ ለማወቅ ችለናል፡፡

Himannaa irra deddeebii Ijiptii fi mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabduABS- Adoolessa 29,...
05/08/2026

Himannaa irra deddeebii Ijiptii fi mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabdu

ABS- Adoolessa 29, 2018

Ijipti mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee itti fayyadamuuf qabdu cabsuun, waa’ee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi itti fayyadama bishaanii laga Abbayyaa irratti himannaa hundee hin qabne irra deddeebiin dhiheessaa jirti.

Ijipti laga Abbayyaa dhuunfattee to’achuuf yookaan biyyoonni biroo mirga misoomaa isaanii akka hin fayyadamne dhorkuuf mirga seeraa kamiyyuu hin qabdu.

Bishaan laga Abbayyaa keessaa dhibbeentaan 85 ol kan maddisiistu Itiyoophiyaa ta’us, Ijiptiin waliigaltee bara koloneeffannaa irraa ka’uun qooda guddaa akka qabdu yaada sobaa tamsaasaa turte.

Kanaafis, Hidhi Haaromsaa Guddichi akka hin ijaaramne, akkasumas erga ijaarsi isaa jalqabee booda akka hin xumuramneef yaalii fi dhiibbaa adda addaa gochaa turuun ni beekama.

Haa ta’u malee, tumsa uummata Itiyoophiyaa fi hojii waloo taasifameen Hidhi Haaromsaa Guddichi erga xumuramee booda, Ijiptiin tooftaa ishee jijjiiruun hidhi kun “yaaddoo nageenyaa” uume jechuun himannaa irra deddeebiin dhiheessaa jirti.

Yeroo dhiyoo asittis, Hidhi Haaromsaa Guddichi hamma bishaanii kuusaa hidhaawwan ishee irratti argamu hir’ise jechuun Itiyoophiyaa irratti himannaa sobaa dhiheessaa jirti.

Akka gabaasa miidiyaa Al-Ahram Online irratti ibsametti, aangaa’aan damee bishaanii laga Abbayyaa Ministeera Qabeenya Bishaanii fi Jallisii Ijiptii, Saamih Abdul Rahmaan, Ijiptiin sochii bishaanii fi hojii tarbaayinii Hidha Haaromsaa hordofaa akka jirtu ibseera.

Gabaasichi Itiyoophiyaan Hidha Haaromsaa sirnaan bulchaa hin jirtu jechuun kan himate yoo ta’u, marii dirqisiisaa Itiyoophiyaa waliin gaggeessuun nageenya Ijiptiif furmaata ta’uu ibsa.

Himannaawwan akkanaa fi odeeffannoowwan bu’uura hin qabne miidiyaalee Ijiptii keessatti tamsa’an, fedhii Ijiptiin Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii ishee akka hin fayyadamne fi akka hin guddanne gochuuf qabdu irraa kan madde malee, Hidhi Haaromsaa

Itoophiyaanonni miliyoona 5 dursani murteessaniiru, amma immo dabareen kan keessani ''Mm~Dr.Abiyyi AhimadJaallatamtoota ...
05/08/2026

Itoophiyaanonni miliyoona 5 dursani murteessaniiru, amma immo dabareen kan keessani ''
Mm~Dr.Abiyyi Ahimad

Jaallatamtoota dargaggoota Itoophiyaa;
Gannni kun gati malee akka darbuuf kan eeyyamamuu hin qabne carraa guddaa qabatee dhufeera; Koorsoonni Koodarsii Miliyoona 5 bilisaan kan argaman yemmuu ta'u, waraqaan ragaa kennamus beekamtii idil-addunyaa kan qabudha

 ...Abdii haa dhaabnu !!!!Qophiin hundi xumurame !!!
02/08/2026

...
Abdii haa dhaabnu !!!!
Qophiin hundi xumurame !!!

  10 Bara 2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Ancaaritti Konfaransii Gamtaa Paartii Hajjattoota Mootumaa Kurnmaana 4ffaa Ba...
17/07/2026

10 Bara 2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Ancaaritti Konfaransii Gamtaa Paartii Hajjattoota Mootumaa Kurnmaana 4ffaa Bara 2018 Gaggeeffamaa Jira.

Konfaransicha haasaa baninsaa taasisuun kan jalqabsiisan Itti Gaafatamtuu Siyaasa Paartii Badhaadhina Aanaa Ancaar Aadde fi I/G Ijaarsa Paartii Badhaadhina Aanaa Ancaar Obbo .

Gabasni Gamtaa Paartii sadanii walduraa dubaan Itti Gaafatamtoota Gamtaa Paartiin erga dhihaate booda mariin bal'aan irratti gaggeessuun kallatii hojii itti aanuu kan kaa'amu taha.

Address

Baswa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murad Mohammed Aliyi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

l="false"> Add listing
  • Login
  • Subscribe

    We will notify you when anything happens in Baswa.