12/11/2023
መስራት፣ ማገልገልና መስጠት እየቻሉ በተለያዩ የአካል ጉዳቶች ህክምና ለሚያስፈልጋቸው ዜጎች የሚሆን እንደ አዲስ የተደራጀውን የኢትዮጵያ የአካል ድጋፍ አገልግሎትን ዛሬ ተመልክተናል ።
ለኢትዮጵያ ከዚህም በላይ ትልቅ ተቋም ያስፈልጋታል።
Tajaajila deeggarsa qaamaa Itoophiyaa akka haaraatti gurmaa'eefi lammiilee utuu hojjechuu, tajaajiluufi kennuu danda'anii miidhama qaamaa garaagaraatiin deeggarsi wal'aansaa isaan barbaachisuu oolu har'a daawwanneerra.
Itoophiyaaf dhaabbata guddaa kana caalutu barbaachisa.