Qubee

Qubee "Qubee for your tech awareness!"

Paasportii Idilee, Kan bade, Haaromsaa akkasumas Ariifachiisa barbaaddu taanaan qulqullinaafi saffisaan isin keessummees...
20/12/2025

Paasportii Idilee, Kan bade, Haaromsaa akkasumas Ariifachiisa barbaaddu taanaan qulqullinaafi saffisaan isin keessummeessina!
Oolmaa gaarii💙💙
Telegram:

17/12/2025

#ፓስፖርት #ኢትዮጵያ

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aminaa Mahammed Tukuunee, Ibsaa Anniyyaa, Awel Tone, Fira...
17/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aminaa Mahammed Tukuunee, Ibsaa Anniyyaa, Awel Tone, Firaol Chalchisa, Muhammad Ibroo

       #ኢትዮጵያ  #ፓስፖርት
14/12/2025

#ኢትዮጵያ #ፓስፖርት

✅አስቸኳይ እና መደበኛ ፓስፖርት  ለምትፈልጉ በሙሉ አገልግሎቱን ከእኛጋ ስለምታገኙ ታች ባለዉ ስልክ በመደወል ወይም በ Telegram በመላክ ቀጠሮ ማስያዝ ትችላላችሁ።🟢ፓስፖርት አስቾካይ በ...
13/12/2025

✅አስቸኳይ እና መደበኛ ፓስፖርት ለምትፈልጉ በሙሉ አገልግሎቱን ከእኛጋ ስለምታገኙ ታች ባለዉ ስልክ በመደወል ወይም በ Telegram በመላክ ቀጠሮ ማስያዝ ትችላላችሁ።
🟢ፓስፖርት አስቾካይ በ 2 ቀን ወይም በ 5 ቀን
🟢መደበኛ
New, Renewal, lost, Damaged...
✅አዲስ ለማዉጣት
✅ጊዜዉ ያለፈበትን ለማሳደስ
✅የጠፋውን ለማዉጣት
✅የተበላሸ ለማሳደስ
✅የመረጃ ስተት ለማስተካከል
በአካልም ሆነ ONLINE አገልግሎቱን እኛጋ ማግኘት ትችላላችሁ ።
ክፍያው ከምዝገባ በኃላ የኤሚግሬሽን ORDER CODE ከሰራ በኃላ ነዉ።
ለተጨማሪ መረጃ
0960260097

🟢Paaspoortii Ariifachiisaa fi Idilee namoonni barbaaddan hunduu, Tajaajila qulqullinaa fi amanamummaa qabu nu biraa ni argattu. Bilbila armaan gadii irratti nuuf bilbiluun ykn Telegramiifi WhatsApp dhaan Faayila keessan nuuf ergitanii beellama qabsiifachuu dandeessu.
✅Paaspoortii Haaraa baafachuu
✅Paaspoortii yeroon itti darbe haaressuu
✅Paaspoortii bade baasuu
✅Kan ciccite ykn moofa'e
✅Paaspoortii Dogongora qabu sirreessuu..fi kkf.
Tajaajila kanneenii fi kan biroo qaamaanis ta'u ONLINE dhaan nu biratti argachuu dandeessu. Kaffaltiin erga Galmeen xumuramee ORDER CODE immigration mirkaneeffattaniin boodadha.
Odeeffannoo dabalataaf
0960260097

Akkasumas DV-2027 dursinee namoota barbaadaniif galmee jalqabnee waan jirruuf Telegram group: join godhaa.

DV-2027 ni harkifate malee hin hafne!Odeeffannoo hanga ammaatti jiruun sababni harkifachuu  -2027 system haara kaffaltii...
11/12/2025

DV-2027 ni harkifate malee hin hafne!

Odeeffannoo hanga ammaatti jiruun sababni harkifachuu -2027 system haara kaffaltii electronic fee dollar 💵 1$ wajjiin wal qabatee hojirra oolchaa jiraachuudhaan wal-qabata. Akkuma beekamuu DV Lottery waggaa waggaadhaan lammiilee biyyootaa gara garaa 55000 ol ta'aniif carraa kanaan gara biyya Ameerikaa akka seenaan ni beekama! Bara kana sababa jijjiirama imaammataa alaa Ameerikaa keessattuu bulchiinsa %Donald Trump asii dhimma Immigration fi Lammummaa irratti xiyyeeffachuu isaatiin wal qabatee turuu akka danda'es ni tilmaamama! Ammatti hin jalqabne, garuu akkuma jalqabeen nutis isin beeksisnaa! Hangasiif Telegram group jedhu kana search gootanii join gochuudhaan akkasumas invite gochuudhaan nu eegaa! -2027 #ኢትዮጵያ #ኢትዮጵያ #ፓስፖርት

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Obsineet Bashuraa, ቅሱ የኣብነ ኣረጋዊ ልጅ, Yahikob Getana
07/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Obsineet Bashuraa, ቅሱ የኣብነ ኣረጋዊ ልጅ, Yahikob Getana

27/11/2025
24/11/2025

#ፓስፖርት #ኢትዮጵያ

DV-2027 yoom jalqaba jettanii gaaffii isinitti ta'eera moo? Egaa carraa dv-2027 kana yaaluudhaaf yoo hawwii qabaattan ga...
23/11/2025

DV-2027 yoom jalqaba jettanii gaaffii isinitti ta'eera moo? Egaa carraa dv-2027 kana yaaluudhaaf yoo hawwii qabaattan garee telegram keenyatti dabalamuun odeeffannoo guutuu ni argattu! Telegram: 👇
https://t.me/Ethiodv_2027

Address

Bole
Nairobi West

Website

https://t.me/abdi_passport

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share