Finfinnee Media

Finfinnee Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Finfinnee Media, Media/News Company, Kamukunji First Avenue Eastleigh, Nairobi.

Baga Gara page fi YouTube Chaanalii keennaa nagayaan dhuftan Chaanalii kuni, Oduu fi Odeeffannoo Haarawa Guyyaa Hunda isiniif dhiyeessa
Warri Sagantaa Kana Hordofuu Barbaaddan"Finfinnee Media" Subscribe, Follow, Gochuudhaan maatii keenya ta'a.

14/08/2025

Oduu fi odeeffannoo

12/08/2025

ODUU jajjabduu 3

03/08/2025

Jawar mohammed fi Farsitee bultoota

Deeggarsa ulaa galaanaa itoophiyaan gaafachaa jirtu irratti kaleessa Marii Nairobi kenyaatti. Bulchitoonni biyyoota keen...
31/07/2025

Deeggarsa ulaa galaanaa itoophiyaan gaafachaa jirtu irratti kaleessa Marii Nairobi kenyaatti. Bulchitoonni biyyoota keeniyaa fi uganda maal jedhan.....................
Pirezdaantii of kenya William Samoyi Rutto.
Pireezidanti of Uganda Yoweri K Museveni.

Gaaffiin mootummaan itiyoophiyaa gaafachaa jiru Waa'ee Ulaa galaanaa irratti gaaffii sirriidha. gaaffii haqa qabeessa Ummati itoophiyaa ulaa galaanaa argachuu qaba. Hatattamaanis furmaata argachuu qaba jechuudhaan dubbatee jira. pirezdaant of uganda Yoweri K Museveni.

Haasawa pirezdaantiin ugaandaa Museveni kaleessa pireezdaantii keeniyaa william saamoyii ruttoo wajjin. taasise irratti Deeggarsa mootummaa itiyoophiyaadhaaf qabus calaqqisiisee jira waa’ee ulaagalaanaa irratti.

Akkasumas haasawa pirezdaantiin keeniyaa william samo'i rutto gaaffii itoophiyaan ulaa galaanaa gaafachaa jirtu irratti shakkii tokko malee gaaffii sirriidha garuu ammoo lolaan osoo taane karaa Dippiloomaasiitiin furamuu qaba. jechuudhaan dubbatee jira. Pirezdaantii of kenya William Samoyi Rutto. deeggarsa itoophiyaadhaaf qabu calaqqisiisee jira waa'ee ulaagalaanaa irratti.

Kuni waan bareedaadha dippiloomaasi ollaa cimsachuun barbaachisaadha itoophiyaadhaaf follow for more.

Hordoftootaafi kabajamtoota "Finfinnee Media" yeroo gabaabaa keessatti karaa feesbuukitiin hordoftoota kuma 200K ol gara...
30/07/2025

Hordoftootaafi kabajamtoota "Finfinnee Media" yeroo gabaabaa keessatti karaa feesbuukitiin hordoftoota kuma 200K ol gara yuutuubaatiinis hordoftoota 27K,ol argannee jirra waan nu bira dhaabbataniif waan nu jajjabeessitaniif galatoomaa isiniin jenneerra ulfaadhaa

Follow For More
•Finfinnee Media Facebok
•Finfinnee Media Youtube
•FinfinneeMedia Instagram
•FinfinneeMedia Tiktok

28/07/2025

Waa’ee Mooyyalee

16/07/2025

Oduu Ammee

16/05/2025

taayyee Danda'a.
News every day
KIYA Media.

Address

Kamukunji First Avenue Eastleigh
Nairobi
00610

Telephone

+19295663068

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinnee Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Finfinnee Media:

Featured

Share