ORO 360

ORO 360 👉ORO 360 Follow Godhaa👋
🕊️ GAGATOOMAA🛜

Itti dhiyaadhaa
18/08/2026

Itti dhiyaadhaa

sheek Abdurrahman Amanoo waggaa 26 biyya baqaa keessa turan. amma g...

18/08/2026

Namoota armaan gadii kana keessaa namni geggeeffame eennu tilmaamaa.

17/08/2026

Warri keessan isinirraa fudhatame
Viidiyoo tana hordofaa. Warri akka isinirraan fudhatamne barbaadanis.

17/08/2026

Aartiin dirqiidhaan waan ati dhagahuu hin dandeenye si dhageessisa.
Ergaa namni daqiiqaa 60ti dabarsuu daqiiqaa 6 keessatti si hubachiisa.
Aartii bifa shariyaan hin dhorkiineen jajjabeessuun barbaachisaadha.
Walaleessaa kana naaf jabeessaa bakka argitanitti.

16/08/2026
16/08/2026

Dhugumatti gareen fakkaataa abdiisa kun gara jabeenyii fi badiin jarri Oromoo irratti dalagan akka himan kanaa ol akka ta'e hubatamuudha qaba. Bara tokko seeratti ni dhihaatu.

� New to streaming or looking to level up? Check out StreamYard and get $10 discount! �

16/08/2026

Turtii kana keessatti waan wallagga bahaa keessatti raawwatamaa tureefi eennufaa akka raawwataa ture ifoomee jira.

� New to streaming or looking to level up? Check out StreamYard and get $10 discount! �

16/08/2026

Garee Faqqada Abdiisaa keessaa nama haadha ofii ajjeesetu jira jedhu. Guutuu sagantaa kanaa youtube channel ORO 360 irraa dhaggeeffanna.

Link comment jalaa argattu
15/08/2026

Link comment jalaa argattu

14/08/2026

Waan wallagga keessatti deemaa jiru kakutaaleen Oromiyaa biroo callisee taa'ee laalu kuni guyyaa tokko si birallee akka dhufu shakkiin qabaatiin.

Address

Nairobi
77890

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO 360 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share