Harargee Media HM

Harargee Media HM Harargee Media
Hegeree Oromootaa!

Gola Seenaa "Leenca biyya keessanii hin ajjeesina saree biyya alagaatu isin nyaata!"
17/04/2026

Gola Seenaa "Leenca biyya keessanii hin ajjeesina saree biyya alagaatu isin nyaata!"

16/04/2026

AMBO…..!🥹

Goolii Ajaa'ibaa   Tik tokarii beekkamaa kana Haati warraa isaa itti Heerumtee ji'a 6 - 7 eega waliin turtee booda addaa...
09/04/2026

Goolii Ajaa'ibaa
Tik tokarii beekkamaa kana Haati warraa isaa itti Heerumtee ji'a 6 - 7 eega waliin turtee booda addaan bayuuf akka hiiku gaafattee akkasuma qabeenya isaa irraallee walakkaa akka qooduuf Mana murtiitti himatte.
Qabeenya isaa $80M irraa akka $40M qooduuf gaafatte. Yeroo qabeenya isaa fattashan Account isaa qulladha😗 qabeenyi isaa Maqaa Abbaa isaatiin jira🫣🤪

Intalli kanaan Rifattee odoo jirtuu Qabeenyi isii akka qoodamuuf gafate innis🫡 Isiin $10M qabdi $5M akka qoodamuuf gaafate. Intalli yeroo kana dhageettu Sukkarri 100 galee ani hiikkaa hin barbaadu yaada jijjiire waan jedhu dhiyeessite. Inni garu amma yeroon darbee jira ka hiikkaa qabeenya qooddaa irra jirra jechuun Gooli itti galche jedhan🤝
Dhiironni Qaroomaa jiru fakkaata😂

07/04/2026

Amerika🇺🇸 Tiraampi osoo Iran 🇮🇷 gara Jahannamaatti jijjiira jadhee dhaadatuu Rabbiin US kutaa magaalaa Kaalifoorniyaatti Ibiddi ka'umsi isaa hin beekkamne kan saffisa jabaa qabu ka'eera!! Dhaadannoon Ab Trump daangaa dabrinaan dallansuun Rabbii argame fakkaata!! Wanti dacheefi samii keessatti argamu hundi waraana Rabbiiti.

Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Follow Like fi share godha nu hordofa

  🇮🇷🇧🇭 iran  Galgala Hardha Haleellaa wiirtuu daataa  Amaazoon Baahireen keessa jiru Misa'ilotan Haleeluu beeksistee itt...
02/04/2026

🇮🇷🇧🇭 iran Galgala Hardha Haleellaa wiirtuu daataa Amaazoon Baahireen keessa jiru Misa'ilotan Haleeluu beeksistee itti Gaafatamummaa kan Fudhattu ta'u beeksistee jirti

Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Follow Like fi share godha nu hordofa

 Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uunOromoon arra nama guddaa dhabde.Mahdi Abdurahman Mahdi Xiqqa Rabbiin Rahmata si...
20/03/2026


Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uun
Oromoon arra nama guddaa dhabde.

Mahdi Abdurahman Mahdi Xiqqa Rabbiin Rahmata siif haa godhu.

Galgaluma kana toora Sa’aa 12 qabamee haakima seenee xiqqo dura Aakhiramuu Obboleeysa Isaa Samiiroo fi namoota naannawa san jiru irraa dhageenye.😭
Artiistii cimaa Dr. Ali Birraan na dhaala ja’ee Abdii irraa qabu. Gahee guddina Aadaa fi Aartii Sabaa kheeysatti shoora gurguddaa bahate qaccetti Rabbiin nujalaa fudhate

Rabbiin Rahmata haa godhuuf namuu bakka jiruu Rahmata haa khadhannuuf. Maatii fi ilmaan Oromoo fi Jaalattoota maraafuu Jajjabina haa khannu.

Oduu 🥹Masjiidni Al-Aqsaa waggoota 839 booda yeroo jalqabaaf salaata Iida osoo hin keessummeessiin oolee jira! Kunis Masj...
20/03/2026

Oduu 🥹

Masjiidni Al-Aqsaa waggoota 839 booda yeroo jalqabaaf salaata Iida osoo hin keessummeessiin oolee jira! Kunis Masjiidni Al-Aqsaa erga waraana warra fannoo irraa eegalee guutummaatti Muslimootaan dhuunfatamee booda guutummaatti harka Yahudootaa 'tti kufuu isaa mirkaneessa.

Rabbi masjiida kabajamaa kana nuuf haa qulqulleessu!

Breaking News:Qaxar haleellaa misaa’ela cimaan Iraan irra itti darbataame,,iraan bakka boba'a Qaxar  tarminaala gaazii u...
18/03/2026

Breaking News:

Qaxar haleellaa misaa’ela cimaan Iraan irra itti darbataame,,

iraan bakka boba'a Qaxar tarminaala gaazii uumamaa dhangala’aa (LNG) addunyaa irratti isa guddaa ta’e Raas Laafaan irratti dhukaasa cimaa banuu mirkaneessite.

Bakki gaazii qaxar kun addunyaf gaazaa 20% ksn dhiheessuudha.

  ************************China 🇨🇳 Meeshaa Raadaara Xayyaara Lolaa Guddicha Ameerkaa kan Maqaan isaa B-2 jattee dhaadatt...
18/03/2026


************************
China 🇨🇳 Meeshaa Raadaara Xayyaara Lolaa Guddicha Ameerkaa kan Maqaan isaa B-2 jattee dhaadattuun kan Qilleensa keessa Yeroo deemu hin mullannee osoo sagalee hin dhageessifne Waa balleessee galu san Raadaara Xayyaara san Saaxilee mullisu Hojjattee jiraachuu Gabaasa kannitee jirti.
Iran 🇮🇷f yoo isa argatte America 🇺🇸 dhumatte

  Guyyaa Hardha kana iran🇮🇷 kaampii waraana Guddicha Ameerika🇺🇸 fi Israa’el🇮🇱  Barbadeesitee jirti Odeeffannoo Haqaa Ari...
17/03/2026

Guyyaa Hardha kana iran🇮🇷 kaampii waraana Guddicha Ameerika🇺🇸 fi Israa’el🇮🇱 Barbadeesitee jirti

Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Follow Like fi share godha nu hordofa

  iran🇮🇷 Sa'atii amma kana Misa'ilotan Dirree Xiyaara Dubay  Emirate Haleeltee jirti.Sabaabni isa Jettiwan Ameerikaa Dub...
16/03/2026

iran🇮🇷 Sa'atii amma kana Misa'ilotan Dirree Xiyaara Dubay Emirate Haleeltee jirti.Sabaabni isa Jettiwan Ameerikaa Dubay keessa iran 🇮🇷 Haleeluuf Sochii godha jiraachuu arge jette

Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Follow Like fi share godha nu hordofa

Address

Nairobi
00610

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harargee Media HM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Harargee Media HM:

Share