Abdu HD show

Abdu HD show Welcome to Abdu hd show – Sharing smart mobile tips, app guides, and tech hacks to make your phone life easier!

10/09/2026

Bilbila kee guutumatti ittiin tooyatuuf, Bilbilli kee Orjinaal moo Feekiidha addaan beekuuf, Ho'a Baatirii keetii ittiin tooyatuuf, Eennuma Bilbilaa guutuu ittiin tooyatuuf si gargaara

09/09/2026

Baswordii Facebook fi Maqaa Facebook karaa kanaan jijjiiradha

08/09/2026

Video lee akkasii tolaan hojjatadha Tik tok irra seena

06/09/2026

Tik tok Basawordii dagattan Ka lakkoofsaa fi Emailis isin jalaa bade akkamitti akka deeffattan

04/09/2026

Intro Barbaadde Maqaa keetiin, Suuraa keetiin karaa salphaan akkaataa itti tolfattan🔥

01/09/2026

Facebookiin kee yoo akkanatti Raayitii ✅️
siif hin fidin Nageenyi isaa yaaddessaadha dafii sirreeffadhu

30/08/2026

Itti fayyadamaa

28/08/2026

Yeroo ati hin dhageennellee Balbala manaa akka banamtee fi cufamte siif hima App kuni. Yoo Erfoona gurarraa qabaatte,yoo ati hin dhagayin inni siif hima

28/08/2026

Play Story kee Setting sadiin kana itti banadhu

24/08/2026

Sgalee wraabuuf kanatti fayyadama. Akkasuma Sagalee qulqullumma hin qabne qulqulleessuufis kanatti fayyadamaa.

Address

Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdu HD show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdu HD show:

Shortcuts

Share