HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ

HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ Trust is like virginity, once it lost ,it lost forever ABADIROFFICIALSITE

አለም ጥሎኝ ሲሄድ እናቴ ከእኔ ጋር ቀረች - ኦስማን ደምበሌ  AMN PLUS - የካቲት 12/2  የፒኤስጂው ኦስማን ዴምቤሌ የ2025 የባሎንዶር አሸናፊ ሆኗል።   ተጫዋቹ በሬኔስ ተገኝቶ ባ...
23/09/2025

አለም ጥሎኝ ሲሄድ እናቴ ከእኔ ጋር ቀረች - ኦስማን ደምበሌ

AMN PLUS - የካቲት 12/2

የፒኤስጂው ኦስማን ዴምቤሌ የ2025 የባሎንዶር አሸናፊ ሆኗል።

ተጫዋቹ በሬኔስ ተገኝቶ ባርሴሎና በ135.5 ሚ.ፓ ከማስፈረሙ በፊት በቦርሲያ ዶርትመንድ አድናቆት አሳይቷል።

ካምፕ ኖን ግን እንዳሰበው አልሆነም። በተደጋጋሚ ለደረሰበት ጉዳት እና ብቃት ማነስ ተችቷል።

የወቅቱ የባርሴሎና አሰልጣኝ ዣቪ ሄርናንዴዝ ስለ ዴምቤሌ ሲናገሩ "አንድ ቀን በአለም ላይ ምርጡ ተጫዋች ይሆናል"

ደህና፣ ዴምቤሌ ከሜሲ እና ከሌሎች ጋር በመጫወት በክለቡ ያለው ሚና ቀንሷል እና ወደ ፒኤስጂ ገብቷል።

ነገርግን ባለፈው አመት Kylian Mbappe ወደ ማድሪድ እስካልሄደ ድረስ የተጫዋቹ ሚና የታየው አልነበረም።

ሚባፔ ከፒኤስጂ በወጣበት አመት ግን ዴምቤሌ አንጋፋ ሆነ። የውድድር ዘመኑን ያለምንም ጉዳት ጨርሷል። ከፒኤስጂ ጋር 4 ዋንጫዎችን አንስቷል። እዚህ የግል ሽልማቱን በእጁ አግኝቷል።

ከሽልማቱ በኋላ በንግግራቸው ከትውልድ ቀያቸው እስከ ተጫውተውባቸው ክለቦች ድረስ ያሉትን ሁሉ አመስግነዋል። ባርሴሎና እንኳን ማለት ነው።

"ይህ ሽልማት የቡድኑ ውጤት ነው" ሲል የፒኤስጂውን ፕሬዝዳንት እና የቡድን አጋሮቹን በመጥቀስ ተናግሯል።

አለም ፊቷን ስታዞር እናቱን እና ቤተሰቡን ከጎኑ በመቆማቸው አመስግኗል።

"እናቴ በታላቅ ችግር ጊዜ ከጎኔ ቆማለች፣ ለቤተሰቦቿ ስትሰቃይ ነበር፣ አብረን ብዙ ነገር አሳልፈናል" አለ እንባ እያለቀሰ።

በእርግጥ ክለቦች ተስፋ ሲያጡ፣ ማለቁን ሲነግሩት፣ ችሎታውን አልተጠቀመበትም ብለው ሲነቅፉበት ችሎ ነበር።

ከጉዳቱ አገግሞ፣ አፈፃፀሙ የሚባለው ላይ ደረሰ፣ አሸንፎ፣ ተቺዎቹን ሁሉ ዝም አሰኝቷል። እየሳቀ ወርቃማውን ኳስ ሳመው።

በታጋኒ ባፊቃዱ

When the world abandoned me, my mother was left with me- Osman Dembele AMN PLUS- February 12/2 PSG's Osman Dembele has w...
23/09/2025

When the world abandoned me, my mother was left with me- Osman Dembele

AMN PLUS- February 12/2

PSG's Osman Dembele has won the 2025 Ballon d'Or.

The player appeared at Rennes and impressed at Borussia Dortmund before Barcelona signed him for £135.5m.

Camp Noon, however, did not turn out as he had hoped. He has been criticized for his repeated injuries and incompetence.

"He would have been the best player in the world one day according to his performances," then-Barcelona coach Xavi Hernandez said of Dembele in

Well, Dembele's role at the club declined as he played alongside Messi and others and he moved to PSG in

But it wasn't until Kylian Mbappe moved to Madrid last year that the player's role was seen.

The year Mibappe left PSG, however, Dembele became the oldest. He finished his season without injury. He also lifted 4 trophies with PSG. Here he got his personal award in hand.

Speaking after the award, he thanked everyone from his hometown to the clubs he played for. It means even Barcelona.

"This award is the result of the team," he said, referring to the PSG president and his team-mates.

He thanked his mother and family for standing by him when the world turned its back on him.

"My mother stood by me in times of great trouble, she suffered for her family, we went through many things together," he said in tears.

Indeed, when clubs lost hope, when they told him it was over, when they criticized him for not using his skills, he endured.

He recovered from his injuries, reached the so-called performance, won, and silenced all his critics. He laughed and kissed the golden ball.

By Tagany Bafiqadu

Addunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan DembeleeAMN PLUS- Fulbaana 12/2018Taphataan kilaba PSG...
23/09/2025

Addunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan Dembelee

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018

Taphataan kilaba PSG Osmaan Dembeleen badhaasa Baalaandoor bara 2025 injifateera.

Taphataan kun Kilaba Reensiitti mul'atee Borushiyaa Doortimanditti gahumsa ajaayibaa yeroo agarsiisu Baarseloonaan Paawondii miiliyoona 135.5'n isa mallatteessifate.

Kaampi Nuun garuu akka yaade isaaf hin taane. Miidhamni irra deddeebiin isa mudachuufi haga maallaqa itti bahe ga'umsa dhabe jedhamuun hedduu qeeqamaa ture.

Leenjisaan Baarseloonaa yeroo sanaa Shaavii Hernandez bara 2021tti waa'ee Dembelee yeroo dubbatu "Akka ga'umsa isaatti guyyaa tokko taphataa cimaa addunyaa ni ta'a ture" jedhe.

Maarree Dembeleen Meesii fa'a waliin yeroo taphatutti gaheen kilabicha keessatti qabaate xiqqaachaa deemuusaan bara 2023tti gara PSGtti jijjiirame.

Garuu haga Kiiliyaan Mibaappeen bara darbe gara Maadiriid deemutti shoorrii taphataa kanaa hin mul'anne ture.

Baruma Mibaappeen PSG gadhiisetti garuu, Dembelleen nama hangafaa ta'e. Miidhama malee bara dorgommiisaa xumure. PSG waliinis waancaa 4 kaase. Kunoo badhaasa dhuunfaa isaas harkatti galfate.

Badhaasa kana booda haasawa taasiseen, magaala dhalootasaa kaasee hanga kilaboota keessa taphate hunda galateeffate. Baarseloonaallee jechuudha.

Pirezidaantii kilaba PSG fi taphattoota miiltoo isaa yeroo kaasus "Badhaasni kun bu'aa gareeti" jedhe.

Yeroo addunyaan dugda itti garagalfatte ammoo haadha isaafi maatiin isa waliin akka dhaabbatanii hafan himuun addatti galateeffate.

Imimmaaniin hudhamaa "Haatikoo yeroo rakkoo hamaatti anaaf dhaabatte, maatiisheef dhiphatte, waa hedduu keessa waliin dabarreerra" jedhe.

Dhugumatti, yeroo kilaboonni abdii irraa dhaban, dhumateeraaf yeroo jedhanitti, gahumsa isaa hin fayyadamne jedhanii yeroo qeeqanitti inni garuu obsee ciniinnate.

Miidhama isa mudatu bayyanatee, gahumsa jedhame sanarra gahee moo'ate, qeeqxota isaa mara afaan qabachiise. Kubbaa warqee sanas kokkolfaa dhungate.

Tagany Bafiqaaduutiin

22/09/2025

Facebook 2784275295095388(720P_HD) JECHII YEROO GARAA kEYSA Turte hedduminaan dhagaye turte Mali inni

12/09/2025

አፍላ ፍቅር 145 - School life _ስኩል ላይፍ_(720P_HD)

12/09/2025

Amalla Namootta Shira sitti yadanii
1. Ofii mul'achuuf si dhoksu.
2. Ofii mi'aahuuf si hadheessu.
3.Amanamoo of fakkeessuuf amanamuma kee mormu.
4.Cimina kee dhoksanii dadhabina kee qoffa odeessu.
5.Yeroo si bira jiran sii ajjaiiban, duuba kee immoo si hamattu.
6. Sababa tokko malee si jibbu.
7.Hammeenya kee qoffa ol kaasani odeessu.
8.Akka nama waan hunda beekuutti of tilmaamuun, ana malee jedhu.
9.Wanta gaarii hojjetan hunda beekamtii argachuuf qoffa hojjetu.
10. Si awwaallanii ofii jiraachufi sii dhabamsiisu barbaadan.
11. Bakkuma ajandaan itti tolle' oolu barbadan.
12. Hojii gaarii namni biroo hojjate kan ofii godhanii odeessu.
13. Furmaata dhiisanii rakkoo odeessu.
14. Fakkeessuu malee,ta'anii argamuu hin beekan.
15. Kan tokkohu hin taane, kuma of se'u.
16 , irra nuha bararu obbolleyyan Qaqalli
. Godhaa qaqalliiwan

HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ
12/09/2025

HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ

12/09/2025

12/09/2025

Afla Love 160 - School life _የመስርት_(720P_HD) #

Rare coins
12/09/2025

Rare coins

29/08/2025

sabrocaonlyonecom.wordpress.com
29/08/2025

sabrocaonlyonecom.wordpress.com

HARARTUBEOFFICIALSITE
29/08/2025

HARARTUBEOFFICIALSITE

28/08/2025
25/08/2025

HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ

25/08/2025

TUBE ሐረር ቲዪብ

25/08/2025

HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ

Address

Nairobi

Website

http://mindashorisabrocaonly.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when HARAR TUBE ሐረር ቲዪብ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Featured

Share