Naif Tube Officials

Naif Tube Officials Page Naif Tube Official Like godhuun Yaroo hunda of Haaroomsaa "Page Afaan Oromoo"

26/07/2025

AFFEERRA MASJIDU BILAL CANADA CALGARY

24/07/2025

BAABILE - AFFEERRA MASJIDU BILAL CANADA CALGARY

23/07/2025

GURSUM - AFFEERRA MASJIDU BILAL CANADA CALGARY

20/07/2025

Waamicha Eyba Masjid Bilal Calgary August 1 & 2 |

Alhamdulillah Arra Hawaasa keenya kan Nairobi, Kenya tiin Wal garree Dhaamsas Wal bira kaayyanne Gaaddisa Islaamaa galat...
03/07/2025

Alhamdulillah Arra Hawaasa keenya kan Nairobi, Kenya tiin Wal garree Dhaamsas Wal bira kaayyanne Gaaddisa Islaamaa galatoomaa tajaajila hawaasa kenyaaf kannaa jirtaniif…

Assalamualeykum Hello Nairobi Kenya🇰🇪 👋
29/06/2025

Assalamualeykum
Hello Nairobi Kenya🇰🇪 👋

Alhamdulillah!Today is a blessing day for me — I’m officially graduating from high school!I thank Allah first for His en...
27/06/2025

Alhamdulillah!
Today is a blessing day for me — I’m officially graduating from high school!
I thank Allah first for His endless mercy, my amazing parents for their constant support, and my beloved wife for standing by me.
This is the first step in my journey of success — and it’s only the beginning. 🎓

Here we are not because of the path was easy, but because of we refuse to stop…

I did it Alhamdulillah 🥹

Barakallahu lakuma wa baraka aleyküma wa Jama’a beynakuma fil keyr Obbolessa Sheikh Adil Amiira Hayatul islaam Baga Rabb...
23/06/2025

Barakallahu lakuma wa baraka aleyküma wa Jama’a beynakuma fil keyr Obbolessa Sheikh Adil Amiira Hayatul islaam Baga Rabbi si jaare. Baga gammadde!

Waliin isin haa bulchu.

Guyyaa Arraa Keessummmooni Keenya Kan Magaalaa Adda Addaa Irraa Gama Toronto Nuuf Dhufan Sargii Obbolessa kenya Abdusama...
20/06/2025

Guyyaa Arraa Keessummmooni Keenya Kan Magaalaa Adda Addaa Irraa Gama Toronto Nuuf Dhufan Sargii Obbolessa kenya Abdusamad Eliyasiif Masjida Bin Abbas Daawwachaa Turan.

Akkasumas Iddoo laaqanaa dheynee nyaachaa waliin bashannanaa turre hundi keessanuu warri Calgary, Edmonton,Vancouver, Winnipeg,Seattle, irraa gama Toronto dhuftan

An haa dhufu baga nagayaa dhuftan! isiniin jenna welcome, Masjida Bin Abbas Bakka Buunee.

Jumma Gammachuu isniif Haa tahu…🥰

Turtiii Magaalaa Edmonton, Canada 🇨🇦 tti guyyaa lamaaf goone Booda Arra Gama Toronto Deebia’aa jirra. Turtii Bareedaa Tu...
14/06/2025

Turtiii Magaalaa Edmonton, Canada 🇨🇦 tti guyyaa lamaaf goone Booda Arra Gama Toronto Deebia’aa jirra. Turtii Bareedaa Ture Nikhaan Obbolessa Keenya
Abdusamad Eliyaas.

Obboleyyan Kenya Warra Hanga Guyyaa Deemnutti Nu Bashannansiisa Nu waliin Turtan, Kan Akka
Sheikh Adil
Caalaa Yahya
Obsa bahar
Ramadan Kadir
Kadir Mohammed
Warri Biroo Saahibban khenya Warrin Maqaa hin dhehinis Hedduu galatoomaa. Hanga gaafa biroo wal garrutti nagayaan Nuuf turaa…
Assalamualeykum.

Mabruuk Mabruuk Obbelessa Kiyya Jaalatamaa Abdusamad Eliyas Nikah isaatiif Toronto irraa kan Gama Edmonton dhufnee Arra ...
14/06/2025

Mabruuk Mabruuk
Obbelessa Kiyya Jaalatamaa Abdusamad Eliyas Nikah isaatiif Toronto irraa kan Gama Edmonton dhufnee Arra Gammachuun intala Argannee Deebi’a Jirra.
Masjidu Taqawaa Oolle Masjida Hawaasa Keenyati kunis.

Obbolessa Kiyya Baga Rabbi Si jaare Jiruu teessaan tan milkii rabbi isinii haa Godhu.

Mahriin intalaa maal ture mee beekhaa???

Guyyaa Arraa Masjida Al Ansaar Kan Magaalaa Edmonton, Canada Daawwadhe Jummma Itti Salaatee Haawaasa Keenya kan karaa 2 ...
14/06/2025

Guyyaa Arraa Masjida Al Ansaar Kan Magaalaa Edmonton, Canada Daawwadhe Jummma Itti Salaatee Haawaasa Keenya kan karaa 2 Nairobi hedduu waliin wal arge.

Mashallah, Masjida Ballaa Hawaasa Keenya fi Hawaasa Birootillee waliin gahu qabani rabbi isaaniif haa tiisu. Ummata keenyas waan isaanii kan irraa fayyadamu rabbi haa godhu.

Address

Nairobi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Naif Tube Officials posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category

Naif Tube Official

Ani Maqaan kiyyaa Abdulatif Shek A/Rahman (Abdulatif Man)nin jama'ama Naif Tube kan dhaabbate May 26 2019 yoo tahu Sagantaan isaatis kan eegale guyyuma sani .

Sagantaalee Naif Tube : Da3wa Afaan oromoo, Ajaa'ibaa jiruu Addunyaa, Sheekkotii afeeruu ,Seenaa Ajaa'ibaa fi Sagantaa live page irratti.

Kaayyoo Naif Tube : Hawaasa Muslimaa bohaaraa diin isaanii akka baratan godhuu fi Muslima roga hundaan gutuu tehe uumuuf tattaafata Akkasuma waan namni jaalatu qofa hojjachuu osoo hin tahin waan nuti hojjannus nama jaalachiisuudha.

Guyyaa Sagantaa : Sagantaan Naif Tube , Torbaan hunda gama toora YouTube gubbarratti Vedio haarawa Ol baafna, Gama page Facebook irrattis guyyaa hunda gorsa, qissaa, live deemna . Telegram irrattis barreeffama garagara guyyaa guyyaan ol baafna nu hordofaa.