Gada System And Arts

Gada System And Arts It serves as a medium of sharing information and knowledge.

This page aims in distributing News, Information, and Knowledge pertaining to the Oromo people in general, The Gada System, Oromo Arts and Folklore in particular.

25/12/2024
Irreessa Bars 2019 Magaalaa Toronto Canada keessatti Akkanaan kabajannee oolle
01/09/2019

Irreessa Bars 2019 Magaalaa Toronto Canada keessatti Akkanaan kabajannee oolle

Irreessaa Bara 2019 Magaalaa Toronto
01/09/2019

Irreessaa Bara 2019 Magaalaa Toronto

Fagoo
25/07/2019

Fagoo

Shimbirroo tana Maqaa Isii Eenyu Beekaa?
29/06/2019

Shimbirroo tana Maqaa Isii Eenyu Beekaa?

OROMIYAA TIYYA !!Beekamii mul'adhuoomishii HaammadhuWaan feetes argadhuHedduu galatoomiOolmaa kennaakeetii yoomiyyuuhin ...
29/06/2019

OROMIYAA TIYYA !!
Beekamii mul'adhu
oomishii Haammadhu
Waan feetes argadhu
Hedduu galatoomi
Oolmaa kennaa
keetii yoomiyyuu
hin dagadhuu
Umrii naaf dheeradhu
Bara jiruu tiyyaa
Ani si hin irraanfadhuu

Arjaa haadha quufaa
Baraan naaf jiraadhu
Beettuu hayyootaati
Urjii oromootii
eessumattuu atii
Addunyaan guutummaan
si argachuuf hawwitii

Keetuma elmadhuu
keetuma ergadhu
Dhabaa si kadhateef
akka aadaa teetii
harka diriirfadhuu
Oromiyaa tiyya
Lalisii jiraadhu

Address

Eastleigh Section One
Nairobi
00610

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gada System And Arts posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gada System And Arts:

Share

Category