Rayyan

Rayyan Yaa Rabbi Yaa Allah Dhimma Kiyya Hunda Sitti Ol Kanne
(1)

21/08/2026
21/08/2026

Yaa Rabbii Nuufis Maatii Keenyaafis Jannatul Firdowsii Nuuf Qoodi
AAMIIN ❤️🤲

20/08/2026

Yeroo Takka Dhaabbadhu Ergamaa Rabbii S.A.W Irratti Salawaata Buusi (ﷺ)❤️

20/08/2026

Rabbiin Waan isin Sodaattan Hunda Jalaa Nagaya isin Haa Baasu

AAMIIN 🤲

Maqaan Isaani Hajara Fi Maryama DhaIsaan Lachuu Obboleeyyani isaan Lachuu Haafizoota Qur'aanati~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~...
20/08/2026

Maqaan Isaani Hajara Fi Maryama Dha
Isaan Lachuu Obboleeyyani isaan Lachuu Haafizoota Qur'aanati
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Dorgommii Quraanaa idil-addunyaa bara 2024 Jordan 🇯🇴 tti Gaggeeffamte irratti Hajaratu 1ffaa Bahu injifate
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Dorgommii Quraanaa bara 2026 Biyya Saud Arabia 🇸🇦 tti gaggeeffamte irratti Maryamatu 1ffaa Bahun injifate
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Maatii Qur’aanaa jachuun tan akkanaati. Quraanaan nuhaa guddisu, Quraanaan nuhaa mullisu!

Dorgommii Qur’aanaa Idil-addunyaa Mootii Abdul Aziiz bara kanaa kan marsaa 46ffaaf, Sa'uudii Arabiyaa Makkah keessatti g...
20/08/2026

Dorgommii Qur’aanaa Idil-addunyaa Mootii Abdul Aziiz bara kanaa kan marsaa 46ffaaf, Sa'uudii Arabiyaa Makkah keessatti gaggeeffameen Shamarreen lammii Aljeeriyaa Safaa Iman Ben Yahya sadarkaa tokkoffaa injifatteetti.

Shamarreen Aljeeriyaa kun dorgommii sadarkaa kanatti qophaa'e irratti yeroo jalqabaaf kan hirmaatte yoo ta'u, Qur’aana ga’umsa gaarii fi sagalee gaariin qara'uu dabalatee falmii ajaa'ibaa taasisteen damee dorgommii kan dubartootaa keessaa sadarkaa 1ffaan injifachuu dandeesseetti jechuun Al Jazeeraan gabaseera.

20/08/2026

Rabbiin Mana keessan nagayan Qalbii Teessan Gammachuun Jireenya Keessan Barakaan Haa Guutu.
AAMIIN ❤️🤲

20/08/2026

Rabbiin Guyyaa Har'a Keessan Guyyaa Rahmataa Guyyaa Gammachuu fi Barakaa isiniif Haa Godhu.

AAMIIN 🤲

19/08/2026

Rabbiin kufaatii teessan ka'umsatti dadhabbii teessan jabinatti yaaddoo teessan immoo tasgabbitti haa jijjiiru.
AAMIIN 🤲

19/08/2026

Abshir Rabbiitu Jira Kan Muraada Kee Guutu

Address


Telephone

+254774032250

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rayyan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share