lalise wako

lalise wako inni nu jaallatte, dhiiga isaa isa nuuf dhangala'een cubbuu keenya irraa nu fure. ameen
mul. 1:5

 .πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡β˜†Bara tokkoo yoosef mana mootii keessaa hojjata. Bara tokkoo inninu mootii.β˜† Bara tokkoo ruutii qaamdii funaanti,...
29/01/2024

.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
β˜†Bara tokkoo yoosef mana mootii keessaa hojjata. Bara tokkoo inninu mootii.
β˜† Bara tokkoo ruutii qaamdii funaanti, bara tokkoo haadhaa mana mootichat.
β˜† Bara tokkoo daawwit hoolotaa tisaa, Bara tokkoo abbaa biyyati.
β˜† Bara tokkoo merdikiyos balbala mootii dura ta'a , bara tokkoo qubee hayyuu keeyyate fardaa mootichaa yaabbata.
~ Namni haalaan walmadaalaa garuu immoo guyyaa tokkooti jira Kan abjuu dhugaa taasisuu.
~ iddoon ati jirtuuf haalli ati keessa jirtuu sii murteessuu.
~ Waan sii keessa jiraatu borii kee siif milkeessa!
Never give up

Humna kadhannaa(power of pray).Nama guddaa tokkoo birayyuu waan guddaatu egama. Namni hamuma gahuun madaalama  waan ta'e...
25/01/2024

Humna kadhannaa(power of pray).
Nama guddaa tokkoo birayyuu waan guddaatu egama. Namni hamuma gahuun madaalama waan ta'ef guddaan akka waaqayyoo immoo Tasuma hin jirus hin jiraatus. Kanaf warri isaa kadhataan waan guddaa irraa argatu.
*akkumaa biqiltuun bishaanif aduu barbaduu namni immoo bishaanif midhaan akkuma barbaadu lubbuun keenya immo soorata hafuuraa ni dheeboti . Far.42:1
* Kadhannan meesha waranaa ittiin diina lolanii mo'ataniidha. Meesha eeyyumaa Kenyaati
* mat.26:41 qormaatatti akka hin galleef dammaqaa kadhaadha jedhee.
*kadhannan rasaasa ittiin qormusa ofiirra eeganidha.
*yesus kan kadhaatu hunduu ni argaata jedheraa πŸ‘‰waaqayyoo kadhaachuun yeroo gaafata malee barumsaa hin gaafatu.
πŸ‘‰dubbii waaqayyoof waaqayyoon dhaggeefachuun karaa isa irraa adeemani gufuuf kufuun yoo jiraateyyu galmi isa ulfina itti gaabbuuni hin jiru .
πŸ‘‰jireenyi kadhata dhugaa yeroo hundumaa kan ittiin jiraannu malee, kan yeroo rakkoo nuu mudate qofa fala barbaduuf kan itti seennu mit
πŸ‘‰kadhannan rakkoo ofii qofa waqayyotti himachuu osoo hin tane eenyummaa ofii waaqayyotti himaachuudha . Macaafa qulqulluu keessa Luq .18:1, Filp. 1:4. , Filp.4:6 , Efe.5:20 , Yoh 14:13, Qor.14:15πŸ‘‰ Bakki nuyi itti gargarsaa Dhabne bakka kadhannan keenyaa itti laafteedha.
πŸ‘‰ kadhannan balbala eebbaa ni bana. Balbala rakkoo ni cufaa.
πŸ‘‰ Boqonnaan guddaan waaqayyoo bira nuuf kennama malee qabaachuf dhabuu keessa mit.
πŸ‘‰ yeroo baayee yaanni keenya waan biyya lafa kana irratti hidhama , wanti biyya lafa kun immoo namatis hin hafuus itti hin hafaaniis.πŸ‘‡
1yoh.2:17 biyya lafaaf hawwiin isa hundinu ni darba. Namni fedha waaqayyoo rawwatuu garuu bara baraan ni jiraata 🀲

Inni  naa waame amanamaa waan ta'ef Kana ni godha.β‰οΈπŸ€² Yaada wahiit
24/01/2024

Inni naa waame amanamaa waan ta'ef Kana ni godha.β‰οΈπŸ€²

Yaada wahiit

Address

Beirut

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when lalise wako posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share