Falmatu Haqaa

Falmatu Haqaa www.com oromoo art

21/01/2021
10/01/2021
😫😭😭😭😭
04/01/2021

😫😭😭😭😭

"Kun caarraa koo isa dhumaadha, qaroo-dhabeessi yoo hin barannee hin milkaa'u"

Dargaggoo qaro-dhabeessi Abrahaam Dureessaa qormaata gahumsa mirkaneessu kan namoota seera barataniif kennamu Kibxata torbee darberraa eegalee fudhachaa ture.

Guyyoota sadiif erga qoramee booda guyyaa afraffaa wanti hin eegamne isa mudate.

Bakka qormaataa yoo gahu "Xiqqoo waan barfateef, aariitiin koodii qormaata isaa utuu hin qabatiin ba'e. Seenee 'koodii koon dagadhe naa qortuu jennaan, lakki manatti deebi'iiti fidii koottu' jedhaniin" jedha hiriyaan isaa.

Mana gahee yoo deebi'u itti barfatee waan tureef qormaata seenuu dhorkame.

Hanga dande'eetti "ani qaroo dhabeessadha, ollaan koos fagoodha, sa'aatii jirtuun wal geessisee hojjachuu nan danda'a," jedhe ibsuufii yaalus hin danda'amu jedhanii didaniini" jedha.

Sana booda dargaggoon Abrahaam miira abdii kutannaan gara mana isaa deebi'e.

Odeessa guutuu asii dubbisaaπŸ‘‰πŸ‘‰https://bbc.in/3852JT1

03/01/2021

Namtichi dubartoota 93 ajjeesuu amane ganna 80tti du’e
****************
Lammiin US Saamu’eel Liitil jedhamu kan seenaa Ameerikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafate jechuun Biiroon Qorannoo Yakkaa Federaalaa Ameerikaa(FBI) ibse umrii ganna 80tti du’aan boqote.

Liitil hospitaala Kaaliforniyaa kessatti Roobii du’uu muummeen mana amala sirreessaa biyyattii ibse.

Saamu’eel Liitil dubartoota sadii ajjeesuu isaatiin hidhaan umrii guutuu itti muramee ture.

Haata’u malee, wayita du’uutti dhiyaatu dubartoota 93 bara 1970-2005 gidduutti ajjeesuu amane.

Liitil dubartoota akkamii ajjeesaa akka turellee himeera.

πŸ‘‰πŸΎπŸ‘‰πŸΎhttps://bbc.in/38QvOkj

Suuraan: Getty Images.

03/01/2021

Ji'a jahan har'aa kan ajjeefame Art. Haacaaluu Hundeessaa, namoota bebbeekamoo ardii Afrikaa bara 2020 keessa duuti isaanii dhiibbaa guddaa uume keessaa tokko.

Dheekkamsaa fi hokkora ajjeefamuu isaa hordofee dhalateen namootni 160 ta'an du'aniiru.

Taphataan Kubbaa Miilaa biyya Senegaala Paappaa Diyoop yeroo dheeraaf dhukkubsachaa erga turee booda Sadaasa darbe umrii isaa ganna 42'tti aaddunyaa kanarraa boqoteera.

Namooti maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde kan hafan eenyu?

https://bbc.in/3aQRm2Z

03/12/2020

Yoo siin daganuu haccee koo😭😭😭😭

21/11/2020

πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ˜­πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚πŸ‘‚

😭😭😭😭😭😭
24/10/2020

😭😭😭😭😭😭

Address

Beirut

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmatu Haqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category