Dinoo oro page

Dinoo oro page Barnoota adda adda page kiyya jalati argatu
waan adda adda
YouTube Facebook Instagram WhatsApp i

15/09/2024

fess

07/09/2024

05/09/2024

Ci

23/08/2024
20/08/2024

Itoophiyaatti lakkoofsi deeggartoota kilaboota Piriimer Liigii gurguddoo sadii—Arsenaal, Maan Yunaayitid fi Chelsii guddaadha.

Akka qorannoo kanaatti yoo qoodaman: %52 Arsenaal, %22 Maanchester Yunaayitid, %8 ammoo Chelsii deeggaru.
Itti waliigaltuu? Gabaasni kun waan himu qaba.
👉👉 https://bbc.in/4dpK3Nh

20/08/2024

Õďúú Ămmêê Ćáŕŕáá Gùɗɗáɗhá Ɗhùģáá Iťťí Ģámmáɗɗù Máńá Ƙéēśśáń Téēśśáńíí Qófá Qŕśhí áŕģáćhùù Ɗáńɗéēśśù Ñámóóńńí féɗhíí Áƙƙáśíí Qábɗáń Ƙáfltííńíśáá Ģááŕííɗhá ēéśśáƴƴù ƴóó Jíŕáátté fáƴƴáɗámùù ɗáńɗéśśù
Aáppíćhá ƙáńá ƙómméńtí jáláttí áŕģáttù

20/08/2024

Akheekkachiisa(( warning))

((Mpox Virus)) dhukkubni khuni maqaan isaa mpox ja'ama dhukkuba akka malee badaadha yaroodhaaf iddoon inni itti arkame. Kenya Uganda Burundi Rwanda car drc iddoolee tana gana biyya teenya Ethiopia hin seene motummaan biyya teenya namoottan naannon ani maqaa dhaweefii naannawa isitti dhiyaatu irra nutti seenu qorannoon malee akka nutti hin galchine khabajaafii jaalalaan gaafanna

Akkaata dhukkubni khun ittiin daddabru kheeysa

Harka wal fuudhuu
Meeshaa tokkotti waliin dhuguu
Hafuuraan
Qunnamtii saala godhuu
Wantoota khana fakkaataniidha

Rabbiin nu hunda nuhaatiiysu

Share godha wal biraan gahaa

26/04/2024

Oduu: lolaa cimaa muudateen namoonni 32 lubbuun darbuun himame. Magaala guddoo Keeniyaa lolaa cimaa muudate hordofee daaddiiwwaan lolaadhaan uwwifamuun muldhachaa jiru. Lolaan kun baay'achaa akka jiru angaawoonni biyyattiis himaa jiru. Hanga ammaatti yoo xiqqaate lubbuun namopta 32 akka darbe himameera.

Dhugaa Media
Gaaddisa dhugaa!

Address

Maseru
700

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dinoo oro page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share