marga9982

marga9982 Www.m tadesse

18/07/2025

የነገ ሰው በለን ያ ረቢ

14/07/2025
05/10/2022
Baga gesan
01/10/2022

Baga gesan

Abbaan Duulaa Gadaa Tuulamaa fi Gadaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasaa Ummata Oromootiif ergaa baga geessanii dabarsan.Ayyaa...
01/10/2022

Abbaan Duulaa Gadaa Tuulamaa fi Gadaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasaa Ummata Oromootiif ergaa baga geessanii dabarsan.

Ayyaanni Irreechaa Irreecha milkii akka tahu hawwii isaanii kan dabarsan Abbaan Duulaa Dinquun, Ummanni Oromoo nagaan bahee akka Irreeffatuuf dhaamaniiru.

Finfinneetti Irreecha Malkaa deebisuutti milkoofneerra kan jedhan Abbaa Duulaa Dinquun, Finfinnee gubbaatti Irreecha Tulluu deebisuufis qophii jabaa gochaa jirra jedhan.

Kana milkeessuuf Foolleen Gadaa Oromoo karra hundaan jiru waadaasaa haaromsuun milkaa’ina kanaaf akka hojjetu, ummanni Irreechaaf bahu nagaan irreeffatee galuufis gama nageenya ummatichaa eeguutiin gaheesaa akka bahu dhaamaniiru.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu

Ayyaanni Irreechaa Irreecha milkii akka tahu hawwii isaanii kan dabarsan Abbaan Duulaa Dinquun, Ummanni Oromoo nagaan bahee akka Irreeffatuuf dhaamaniiru.

Address

Tripoli

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when marga9982 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share