17/06/2026
Orrenteeshiniin Haala Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 Bul/Magaalaa Roobeetti Kennamaa Oole.
------------
B/M/R- Waxabajjii 10/2018 Orrenteeshiniin Haala Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 Kilaastarootaafi Buufataalee Qormaataa 5 keessatti kennamaa ooleera
I/G kilaastaroota 5 fi IG buufata qormaataa barattoota manneen Barnootaa 34 keessaa walitti dhufaniif orrenteeshiniin waa'ee qormaataa, naamusa_kabajamui,qaban _qormaataa_amansiisaa ta'uuf, [ fayyadaman barattootaaf ibsi kennameera.
Haaluma walfakkaatuun, barsiisotni qormaata kennanis barattoota naamusaan akka qoran, walirraa garagalchuu barattootaa cimsanii akka eegan, sagaleen barattoota jeequ kutaa qormaataa keessatti akka hin dhagahamne xiyyeeffannoo akka kennan hubannoon kennameefiira.