
24/06/2022
Hordoftooni Walaabuu entertainment. Hedduu galatooma❤️💚❤️ isinii jechaa Guddina artti keenaattif gargaarsii keesna ammalle nubiraa hin,dhabamin Jenna. Vidiyoo 300k akka gahuuf warri kana ilaaltanii share gootan hundi galatoomaa. amma jechoota walaloo waliin 🎼🎼argachuu dandeessu. Gara miliyoonatti haa geessinu🤩🙏🏾
Thanks for your time we have reached 300k views. Jette Jette is now available with lyrics🎼🎼. Let's go for 1 million views🤩🙏🏾