QNN: Qerro News Network

QNN: Qerro News Network Sagaleen tokko gumaata saboota maraaf.!

Maariyyeen Jaldeessaa maali?******************Dhukkubni Maariyee Jaldeessaa kan dhufu vaayirasii monkeypox jedhamu irraa...
27/05/2025

Maariyyeen Jaldeessaa maali?
******************

Dhukkubni Maariyee Jaldeessaa kan dhufu vaayirasii monkeypox jedhamu irraati.

Vaayirasii dhibee Maariyyee (smallpox) jedhamuuf nama saaxilu waliin gosti isaa walitti dhihaata.

Vaayirasiin Maariyeeen Jaldeessaa kun Maariyee waliin wal bira qabamee yeroo ilaalam, saffisa inni ittiin tatamsa'u gadi aanaa yoo ta’u, dhukkubbiin isaas cimaa miti.

Mallattoowwan Maariyyee Jaldeessaa maalfa’i?

Namoonni Maariyyee Jaldeessaa kanaan qabaman jalqaba irratti gubaa qaamaa, bowwuu mataa, dhukkubbii maashaa, dhukkubbii dugdaa, qaama irratti bakka bakkatti dhidhiita'uu fi wanta kamirrattiyyu fedhii dhabuutu irratti mul'ata.

Gubaan qaamaa yeroo irraa hir’atu ammoo fuula irraa jalqabee hooksisuu jalqaba. Guutummaa qaamaa kan hooksisu ta'ullee, irree fi miila irra ammoo caalaa hooksisa.

Hooksisuun kun ammoo yeroo baayyisee kan nama dhukkubuu fi sadarkaa gara garaa kan qabudha.

Dhiitoon gogaa namaa irratti mul'atu boodarra gogaan sun akka madaahuu fi mala'ullee taasisa. Kanarra darbees, godaannisa namarratti hambisee darbuu danda'a.

Dhukkubbiin isaa yeroo mataa isaatti kan badu yoo ta'u, guyyoota 14 hanga 21 ni fudhata.

Dhukkubichi akkamiin nama qaba?

Namoota dhukkuba kanaan qabaman waliin wal tuttuquun yoo jiraate carraan saaxilamuu ni jiraata.

Karaa gogaa qaama namaa banaa ta'een, karaa ijaan, karaa funyaaniin yooaakn karaa afaaniillee vaayirasiin kun gara qaama namaatti ni seena.

Yeroo saal-qunnamtii wal tutuquu uummamuunis vaayirasiin kun ni daddarba.

Jaldeessota, hantuutawwan yookaan bineensota biroo waliin wal tuttuqqaan jiraannaan, vaayirasichi gara namaatti ni darba.

Vaayirasiin kun karaa uffataan yookaan huccuuwwan tuttuqqaa qaban birootiinis ni daddarba.

Maariyyeen Jaldeessaa waldhaansa qabaa?

Maariyyeen Jaldeessaa wallaansa fayyaa hin qabu. Haata'u malee tatamsa'ina isaa to'achuun ni danda'ama.

Talaalliin dhukkuba kana gama ittisuutiin harka dhibba keessaa 85 bu'a qabeessa ta'ee argameera.

Maddi odeeffannoo kan BBC

Harree eenyuti hidhame?===================Harreen hidhamee dhageenye hidhamuu harrichaa irratti walii gallus garuu harre...
15/12/2023

Harree eenyuti hidhame?
===================
Harreen hidhamee dhageenye hidhamuu harrichaa irratti walii gallus garuu harreen hidhame kan eenyutiree?

10/12/2023

Namoota erga qaban keessan ni keessummeessina! itti dhiyaadhaa!

Dhugaan galgala galti.
10/12/2023

Dhugaan galgala galti.

Harmeenkoo 'bilisummaan isin barbaacha deemtan edaa kanaa' naan jedhan- Obbo Taayyee Danda'aa, Deetaa Ministera Nagaa

Kana dura yeroo qabsoof manaa baane, harmeenkoo 'gabrummaan isin jettan kuni meerre, nuti silaa nagumaan qotanna, nagumaan gabaa deemnee galla,' naan jedhan.
Amma erga manni gubatee, erga loon jalaa qalamee, erga firrii fi obbolaan dararamee ‘bilisummaan isin barbaacha deemtan edaa kanaa?’ naan jedhan, jedhu rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa hammate yoo kaasan Obbo Taayyeen. Dhabamuu nageenya naannoo Oromiyaaf eenyu itti gaafatama fudhata?
Maatii Obbo Taayyee rakkoo akkami mudate? Ofii qondaala paartii Badhaadhinaa tahanii akkamiin bulchiinsicha qeequu danda'an?
Addatti BBC Afaan Oromootti kan dubbatan dubbisaa. 👉👉 https://bbc.in/3RadtEX
👉👉

Kutataa Barri hin jijjiire ,💕🎉💕🎉💕🏅🏅
08/08/2023

Kutataa Barri hin jijjiire ,💕🎉💕🎉💕🏅🏅

Oromo Pic 💕📸📸📸📸😖🎥🎥🎥🏅🏅🎥🏅🎥🏅🎥🎥🎥🎥🎥Pic of the day
21/07/2023

Oromo Pic 💕📸📸📸📸😖🎥🎥🎥🏅🏅🎥🏅🎥🏅🎥🎥🎥🎥🎥Pic of the day

12/07/2023
12/07/2023

Breaking News 🏅🏅🎥🎥🎥!

Gareen Biyyaalessaa Kan biyya Ethiopia injifannoo cululuqaa dadhabuu isaa itti fufuu gamanumaa taphaan ala tahuu isaa of...
22/01/2023

Gareen Biyyaalessaa Kan biyya Ethiopia injifannoo cululuqaa dadhabuu isaa itti fufuu gamanumaa taphaan ala tahuu isaa of arragaagaxate jira. Dubbiin akka fiigichaa hin taane suksuka nu jalaa taate? Maraafuu deeggartoonni obsaa fi jajjabina isiniif hawwina! Diittanii miilli goolii isin hin dhabin🤲🤲

Seenaan Abbaa Hin Dhabu!---------//---------//---------//----------/Tokkummaan bara sanaa jira hin badneefuu jirra. Sila...
22/01/2023

Seenaan Abbaa Hin Dhabu!
---------//---------//---------//----------/
Tokkummaan bara sanaa jira hin badneefuu jirra. Silaa jiruun jireenyaa gadii gaafa seenaan jaraa hin jirreef! Oromoon ofii jiruu dhabus orma jiraachise tahus boru ofiif jiraachuun hafa hin qabu! Galatoomaa warri nu jiraachiftan!

Dhugaan ilma waaqaati!!===\===\===\===\===\==Addunyaa kana irratti biyya kamuu kan gabrummaa keessaa baasu yoo jiraate t...
22/01/2023

Dhugaan ilma waaqaati!!
===\===\===\===\===\==
Addunyaa kana irratti biyya kamuu kan gabrummaa keessaa baasu yoo jiraate tokko qofa isas kadhaa osoo hin taane waltaanee , gadbaanee ___________ qofa.

21/01/2023

Maammiltootaa Fi Hordoftoota keenya turtii yeroo dheeraa booda deebinee dhiifnee jira!
Sabni keenya kan iddoo kamuu jirtan baga jiraattanii yeroo kana geessan isiniin jenna!

Adresse

Oslo

Varslinger

Vær den første som vet og la oss sende deg en e-post når QNN: Qerro News Network legger inn nyheter og kampanjer. Din e-postadresse vil ikke bli brukt til noe annet formål, og du kan når som helst melde deg av.

Kontakt Bedriften

Send en melding til QNN: Qerro News Network:

Del