Manooyyee Miidiyaa

Manooyyee Miidiyaa Welcome to the Manooyyee Media—a space where thoughts come alive and stories unfold.

Baga nagaayan gara Manooyyee Daily dhuftan fuula(page) Manooyyee jalatti Oduulee dhimma biyyaa keenna fi Aduunyaa isiniin geena.

Share godhaa hordoftoota keenna 🙏🏻
30/05/2025

Share godhaa hordoftoota keenna 🙏🏻

...

Abukaatoon weellisaa Andualem Gosaa akka jedhanitti jaalalleen Andualem lubbuu ofii akka of baaftee ragaaleen nu harka j...
08/04/2025

Abukaatoon weellisaa Andualem Gosaa akka jedhanitti jaalalleen Andualem lubbuu ofii akka of baaftee ragaaleen nu harka jiran ni muldhisu jechuudhaan dubbatan. Abukaatoon kun Midiyaalee Hawaasaa’s komatan.

Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa miseensa Waraana Bilisummaa Oromoo – kan maqaan isaa Shoddee jedhamuun beekamu – ajjeesuu isaa beeksisee jira. Miseensichi ‘harka mirgaa’ Jaal Marroo, akka tureefii ajajaa WBO godinoota wallaggaa guutuu akka taye ibsee jira. Shoddeen, akka RIB beeksisetti, marii nagaa Taanzaaniyaa Daarul Salaam irratti akka hirmaatee turee ibsi gabaasaa kun nuuf akeekee jira.

Embasiin Ameerikaa akeekkachiisa isaa Ebla 4, 2025 baasuun, lammiilee Itoophiyaa fi kanneen biroof karaa seeraan ala gara US imaluuf yaadan irratti hubannoo uumuuf dhaamsa cimaa dabarse. Namoonni akka karaa sirrii qofa filataniif akkaataa seera Ameerikaa kabajanis akeekachiise.

Ameerikaaan waraana Iraan wajjiin godhuuf deemtu waan Duraan daranitti itti qophaa'aa jirti!
Loltoonni Ameerikaa kuma 40,000 ol ta’an guutuu Baha Giddu Galeessaa keessatti bobbaafamaa jiraachuu isaanii,

ODUU AFAAN OROMOO | Oduu Ammee Har’aa | Ethiopia News | April 2024

https://youtu.be/zZg1IwlbExs?si=sHXOPH7nkMXKIjTzHidhattoonni “Faannoo” Aanaa Abee Dongoroo Keessatti Jiraattota 20 Ol Aj...
04/04/2025

https://youtu.be/zZg1IwlbExs?si=sHXOPH7nkMXKIjTz

Hidhattoonni “Faannoo” Aanaa Abee Dongoroo Keessatti Jiraattota 20 Ol Ajjeesu isaanii akkasumas Naannoo godina Goojjam Kaabaa magaalaa Birraaqaat fi naannaawa isiitti baayyinnaan kan namoota 40 olitti tilmaaman hidhattoota mootummaatin ajjeefamuu isaanii.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Itiyoophiyaa tasgabbii dhabuun itti fufee jiruu fi qormaata siyaasaa furmaata hin arganne kaasuun bulchiinsi yeroo kan naannoo Tigraay waggaa tokkoof akka dheeratu raggaasisee jira. Qabxiilee ijoo ta’an keessaa akka fakkeennaatti.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taaksii qilleensaa elektirikii gara biyyaatti fiduuf Archer Aviation waliin waliigaltee doolaara miiliyoona 30 taasisee jiraachuu isaa..

Iraan buufata waraanaa U.S. Diyeegoo Garsiyaatti argamu irratti haleellaa dursitee raawwachuuf karoorfattee akka jirtu kan jedhu matootii oduu guyyaa hardhaati amma ODUU baldhinaan…

Hidhattoonni “Faannoo” Aanaa Abee Dongoroo Keessatti Jiraattota 20 Ol Ajjeesu isaanii akkasumas Naannoo godina Goojjam Kaabaa magaalaa Birraaqaat fi...

Eid Mubarak ☪️Hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaan baga Ida geessan. BREAKING NEWS: Eid Al Fitr 1446/2025 is tomorrow: S...
29/03/2025

Eid Mubarak ☪️

Hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaan baga Ida geessan.

BREAKING NEWS: Eid Al Fitr 1446/2025 is tomorrow: Sunday, 30 March 2025

The Crescent for the month of Shawwal 1446 was SEEN in Saudi Arabia today subsequently tomorrow is the beginning of the month of Shawwal 1446

28/03/2025

news

🔛Naannoo Amaaraa keessatti Leenjii Humnoota Waraanaa Keennamaa jiruun humni waraanaa faallaa finxaaleyyii dhaabbachuudha...
28/03/2025

🔛Naannoo Amaaraa keessatti Leenjii Humnoota Waraanaa Keennamaa jiruun humni waraanaa faallaa finxaaleyyii dhaabbachuudhaan lolu kuma kudhanitti tilmaamamu leenjifamu Isaa mootummaan naannoo Amaaraa ibsuu isaa..

🔛Wixineen Labsiin naannoo mana jireenyaa jiraattotaa hanga meetira 20 keessatti argamu qulqulleesisiisuu dirqamsiisu qophaayuu isaa fi Wixineen labsii balfa gogaa fi pilaastikii sirnaan to’achuuf dhiyaate kun yoo ragga’e, namoota dhuunfaa fi dhaabbilee irratti dirqama haaraa akka kaayu.

🔛pirezidaantiin itti aanaa Sudaan Kibbaa, Riik Machaar, magaalaa Juubaa keessatti to’annoo jala ooluun yaaddoo bal’aa uumee jira

🔛Iraan yoo Tiraamp haleellaa kamiyyuu banan buufata U.S. Baha Giddu Galeessaa keessa jiru hunda dhabamsiisuuf misaa’ela 5,000 qopheesse jiraachuun isii beekame.

🔛Hogganaan waraanaa Yaman Dooniin waraanaa diinaa hedduu Galaana Diimaa keessa jiran Misaayilaa fi Dirooniin irratti akka xiyyeefatames ibsuu fi Humni Waraanaa Yaman hojiilee waraanaa lama akka gaggeesse dubbachuu Isaa.
Baldhina ODUU liinkii ⬇️armaan gadii irratti argattu.

...

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!💪🏾❤️Mamme Kales, Getu Tolosa, Mahmud Kedir, Hisaq Umar, Mu...
26/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!
💪🏾❤️
Mamme Kales, Getu Tolosa, Mahmud Kedir, Hisaq Umar, Muba Bareke, Eth Ayub, Riyad Hussein, Abdisa Hailu, Abdi Hakim Kalale, Fakiha Shazali, Mahfuuz Huseen, Jeylaan Qasim Kaliil, Mahii Ami Jemal Jemal, Abdii Muktaar, Jawwee A Goba

https://youtu.be/SNazOLjfj9g?si=4dOdn5IlkQgAdUxLMatootii oduu hardhaa 🔛Naannoo Amaaraa keessatti Humna riphee lolaa Faan...
23/03/2025

https://youtu.be/SNazOLjfj9g?si=4dOdn5IlkQgAdUxL

Matootii oduu hardhaa

🔛Naannoo Amaaraa keessatti Humna riphee lolaa Faannoo fi Raayyaa ittisa biyyaa jiddutti lolli hamaan jeneraala wayyaanee Migbee jedhamuun hoogganamu deemaa jiraachuun isaa.

🔛 Kirkirri Lafaa Saffisni 5 taye Iraan Bakka dhaabbata Niwukilaraa Iraan eddoo maqaan isaa Nataanzi jedhamuun beekamuti Mudachuu isaa..

🔛 Preezdaantiin Burkinaa Faasoo, Ibraahim Traore kan amantiidhaan Muslima ta'e, gaafii Mootiin Su’uudii Muhamad Bin Salman masjiidota 200 biyya isiniif ijaarra jechuudhaan dhiyyeesseef kuffisuu isaafii..

Oduu_Afaan_Oromo

21/03/2025

Fuula Facebook fi YouTube Manooyyee Daily follow fi subscribe godhuun nuuf hordofaa.

Adresse

Oslo

Telefon

+4796987089

Nettsted

Varslinger

Vær den første som vet og la oss sende deg en e-post når Manooyyee Miidiyaa legger inn nyheter og kampanjer. Din e-postadresse vil ikke bli brukt til noe annet formål, og du kan når som helst melde deg av.

Del

Type