Sayyida Baalee

  • Home
  • Sayyida Baalee

Sayyida Baalee Odeeffannoowwan.

15/06/2025
15/06/2025
15/06/2025
15/06/2025
Bilisumm...........n Aananiii Nama Beekku dhugaaa Kan bilisummaan beeyne bira taa'ee mugaa Art. Yuunus Abdullahii 🥰🥰🥰👋Va...
11/05/2024

Bilisumm...........n Aananiii
Nama Beekku dhugaaa
Kan bilisummaan beeyne bira taa'ee mugaa
Art. Yuunus Abdullahii

🥰🥰🥰👋
Vacation Time 💥💥












Hardha dhiphachuu fi abdii kutachuun  jireenya Kee kan fuulduraa miidha waan ta'eef fayyaa fi rizqii rabbi siif kennerra...
13/04/2024

Hardha dhiphachuu fi abdii kutachuun jireenya Kee kan fuulduraa miidha waan ta'eef fayyaa fi rizqii rabbi siif kennerratti alhamdulillah jechaa gammachuun jiraachuu qabda.

Gumiin Me'ee Bokkoo Gaaddisa   Guyyaa 3ffaatiin Seerota Namaa fi kan Aadaa Gujii  Lallabaa oole.
17/02/2024

Gumiin Me'ee Bokkoo Gaaddisa Guyyaa 3ffaatiin Seerota Namaa fi kan Aadaa Gujii Lallabaa oole.

Maqaa Abbootii Gadaa Gujii bara 1424-20151.Jaajee Gobbaa (1424-1431).2.Jiloo Wolaagoo (1432-1439).3.Jirruu Utaa (1440-14...
17/02/2024

Maqaa Abbootii Gadaa Gujii bara 1424-2015
1.Jaajee Gobbaa (1424-1431).
2.Jiloo Wolaagoo (1432-1439).
3.Jirruu Utaa (1440-1447).
4.Guluu Gaararroo (1448-1455).
5.Heebanuu Jaldoo (1456-1463).
6.Biilaa Mannakkoo (1464-1471)
7.Bariisoo Gumii (1472-1479).
8.Adoolaa Aanolee (1480-1487).
9.Gobbuu Shaaroo (1488-1495).
10.Goluu Subbaa (1496-1503).
11.Cirrii Galoo (1504-1511).
12.Buurcisaa Shaabuu (1512-1519).
13.Aagaa Kallachaa (1520-1527).
14.Jiloo Bidoo (1528-1535).
15.Gannaalee Roobee (1536-1543).
16.Duuba Adii (1544-1551).
17.Aboo Rasoo (1552-1559).
18.Halakee Lulee (1560-1567).
19.Gobbuu Daayyee (1568-1575).
20.Gannaalee Lolee (1576-1583).
21.Qandhashoo Aanolee (1584-1591)
22.Jaboo Sibuu (1592-1599)
23.Qalqalcha Tukashoo (1600-1607)
24.Gololcha Sharuu (1608-1615).
25.Abbaa Doolaa (1616-1623).
26.Aagaa Saqoo (1624-1631).
27.Jiloo Bansaa (1632-1639).
28.Haroo Shotee (1640-1647).
29.Jaarsoo Dhugoo (1648-1655).
30.Ushoo Waaree (1656-1663).
31.Gannaalee Dambalaa (1664-1672)
32.Godaanaa Aagaa (1672-1679).
33.Godoree Bokkoo (1680-1687).
34.Jaarsoo Soree (1688-1695).
35.Aagaa Buudee (1696-1703).
36.Tukee Shifaa (1704-1711).
37.Jiloo Badhaa (1712-1719).
38.Aagaa Waaree (1720-1727).
39.Birraa Lukee (1728-1735).
40.Jiloo Xuulloo (1736-1743).
41.Balakkoo Jiloo (1744-1751)
42.Budhushoo Halakee (1752-1759)
43.Soraa Bulultaa (1760-1767)
44.Ijuu Gallabee (1768-1775)
45.Surroo Cekoo (1776-1783)
46.Jiloo Waaree (1784-1791)
47.Galchuu Kemaa (1792-1799)
48.Miidhee Niitii (1800-1807)
49.Daadaa Kuraa (1808-1815)
50.Xiloo Soolee (1816-1823)
51.Bunoo Dhaa’ee (1824-1831)
52.Dasee Halakee (1832-1839)
53.Bunee Boruu (1840-1847)
54.Aagaa Kallachaa (1848-1855)
55.Adulaa Karaa (1856-1863)
56.Waaqoo Gaararroo (1864-1871)
57.Birraa Cuqqee (1872-1879)
58.Aanolee Badhaa (1880-1887)
59.Roobaa Boruu. (1888-1895)
60.Jiloo Kendhoo (1896-1903)
61.Galchuu Curruuqoo (1904-1911)
62.Jiloo Bokkoo (1912-1919)
63.Jiloo Sayee (1920-1927)
64.Aagaa Adii (1928-1935)
65.Ushoo Jiloo (1936-1943)
66.Tukee Guyyee (1944-1951)
67.Jiloo Mixoo (1952-1959)
68.Adoolaa Jiloo (1960-1967)
69.Girjaa Jiloo (1968-1975)
70.Adoolaa Aagaa (1976-1983)
71.Godaanaa Kattaa (1984-1991)
72.Aagaa Xeenxanoo (1992-1999)
73.Waaqoo Duubee (2000-2007)
74.Jiloo Maandhoo (2008-2015).

07/12/2022

Walaabun hurriin marsee,gaafa roobun beekanii
Bakkakkaa ta'uu malaa, taa'anii hin eeganii
Yoo wal dhaggeeffani, waliif iyya reebanii
Waabee Idiriis, sirba ergaa guddaa qabu.

Address


Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+51912733127

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sayyida Baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sayyida Baalee:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share