haleema_bent_adam

26/06/2022

As wr wb akkam jirtuu umataa nabi Muhammad bakumaa jirtutii nagayaa fii rahmanii rabii isin biraa haa jiraatuu Alleyih wassallam sallallahu Alleyih wassallam sallallahu Alleyih wassallam salawataa hin dagatinaa

25/06/2022

Keyrii hojataadhuu baruu itin milkooftaa

18/06/2022
27/05/2022

Alhamdulih asii genee

22/01/2022

Rabbi yaadachuun, Zikrii heddummeysuun mallattoo Mu'minaati. Mallattoo Munaafiqummaa jalaa nagaya bahuuti. Munaafiqni Rabbi hin yaadatu. Yaadatuus waan darreedha! Kanaaf Rabbiin Qur'aanatti..
{ولا يذكرون الله إلا قليلا}
{Xiqqo malee waa Rabbi hin yaadatan} jedhee isaan saaxile. Rabbi yaadadhaa! Gabrichi gooftaa isaa yaadachuun, ajaja gooftaa isaatiif mataa laafuun faaya.
Subhaana-Llaah!
Wal-hamduli-Llaah!
Walaa Ilaaha illa-Llaah!
Wallaahu'akbar.

20/01/2022

Duuti haqa; Qiyaamaanis akkasuma! Hanga lubbuun jirru dalagaa Kheeyrii duniyaa fi Akhiraattillee bu'aa nuuf qabdu haa dalaynuu!

Aayatoota Rabbii kanneen Armaan gadii Xiinxalluun Aakhiraaf haa qophoofnuu!

●كُلُّ نَفۡسٖ ذَآئِقَةُ ٱلۡمَوۡتِۗ وَإِنَّمَا تُوَفَّوۡنَ أُجُورَكُمۡ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِۖ فَمَن زُحۡزِحَ عَنِ ٱلنَّارِ وَأُدۡخِلَ ٱلۡجَنَّةَ فَقَدۡ فَازَۗ وَمَا ٱلۡحَيَوٰةُ ٱلدُّنۡيَآ إِلَّا مَتَٰعُ ٱلۡغُرُورِ
"Lubbuun hundi du’a dhandhamtuudha.
Mindaawwan keessanis guutummaatti kan argattan Guyyaa Qiyaamati.
Namni ibidda irraa fageeffamee jannata seensifame, dhugumatti milkaayeera. Jireenyi addunyaas meeshaa gowwoomsaa qofa. "Suurah Aali imraan- 185

●إِنَّ ٱلسَّاعَةَ لَأٓتِيَةٞ لَّا رَيۡبَ فِيهَا وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يُؤۡمِنُونَ
"Qiyaamaan dhuftuudha; ishee keessa mamiin(shakkiin) hin jiru. Garuu irra hedduun namootaa hin amananu." Suurah Ghaafir- 59

●ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۚ لَيَجۡمَعَنَّكُمۡ إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ لَا رَيۡبَ فِيهِۗ وَمَنۡ
أَصۡدَقُ مِنَ ٱللَّهِ حَدِيثٗا
"Rabbiin dhugaan gabbaramaan isa malee hin jiru. Dhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa keessa walitti isin qaba; isa keessa mamiin (shakkiin)hin jiru. Eenyutu Rabbiin caalaa haasa’a keessatti irra dhugaa dubbata?" Suurah Al Nisaa'I-87

●رَبَّنَآ إِنَّنَآ ءَامَنَّا فَٱغۡفِرۡ لَنَا ذُنُوبَنَا وَقِنَا عَذَابَ ٱلنَّار
“Gooftaa keenya! Dhugumatti, nuti amanneerra; kanaaf badii keenya nuuf araarami; adabbii ibiddaas nu baraari" Suurah Aali imraan-16

19/01/2022

Rakkoo kanarratti obsee milkaa'u na wayya moo dallanee rakkoo biraa ofitti dabaluu wayyaa?

Jireenya keessatti gubbaa irraa gara gadiitti yommuu gadi buunu Obsa hangami akka qabnu ni qoramna, dhugaan keessa keenyaa ifatti baha, rakkoolee namoota biroo sirritti hubanna, gara Rabbiitti dhiyaanna.

Rabbiin obsa, iimaanaa, jabeenya fi wanta dhokataa biroo keessa keenya jiru ifatti baasuuf rakkooleedhaan nu qora. Qur'aana keessatti:
"Hanga isin keessaa qabsaa'otaa fi obsitoota ifatti baasnutti fi oduu keessanis mul'ifnutti isin ni qorra (mokkorra)." Suuratu Muhammad 31
وَلَنَبْلُوَنَّكُمْ حَتَّىٰ نَعْلَمَ الْمُجَاهِدِينَ مِنكُمْ وَالصَّابِرِينَ وَنَبْلُوَ أَخْبَارَكُمْ (31)
(سورة محمد )
Nama meeqatu yeroo fitnaan isatti buutu obsee Islaamummaa irratti gadi dhaabbataa? Yeroo kanatti qalbiin Muslimaa gaddaa fi dhiphinnaan liqimfamu osoo hin ta'in haala kanaan yaadu dandeessi: "Rakkoo kanarratti obsee milkaa'u na wayya moo dallanee rakkoo biraa ofitti dabalu wayyaa? Yeroon rakkoo kana keessaa itti bahu fagoo miti."

18/01/2022

Rasuulli rabbii (ﷺ) "Namni waan gosa lamaa karaa rabbii keessatti kennate qarshii haa ta'uu waan biroo guyyaa qiyaamaa Kheeyrii taatee balbala ykn hulaalee jannataa dura dhaabbattee gara jannataa waamti "jedhan
Abu-bakri-al-siddiiq (RA) "yaa Ergamaa Rabbii namni hulaa jannataa 8 ttan maruma irraa yaammamu ni jiraa ? " jedhanii gaafatan.
Ergamaan rabbii (ﷺ) "Eeyyee ni jira ! Atumti yaa abu-bakri (RA) nama hulaa jannataa 8 ttanuu irraa yaammamu ta'uu keetiin ni kajeela " jedhaniin
Bukhaarii fi muslim

10/01/2022

Alhamduulilah kanii gototaa keenaa nuufii baftee ufii durii ufaa jedhee abdaadhaa amalee rabii kiyaa

03/09/2021

Alhamduulilah yaa rabii kanii fayaa nuu kenitee galaanii kee yomuu hin dhumuu hin qabuu

Address

Al Kharj

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when haleema_bent_adam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share