3B Media

Call Directions

3B Media Oduuf odeeffannoo bakka tokkotti

18/09/2026

Akka mucaan sun murtii sana ofirratti fudhatuuf kan haamilee isaa jechaan cabse Kaasuudha quba qabaadhaa gaaf tokkoof

12/09/2026

Jonni jechuun titiisa rimaa jechuudha

07/09/2026

Jonni Albaaatii maal jettee? Waxii imammaa kee. Walittimmoo deebinuu laata?
Dhala farsoo🤣

06/09/2026

Kaasuu nagaadhanii?🙈

30/08/2026

Kuruurruunis qaama miidhamtuudha. Mangaaggaan ishee kan namaa hin fakkaatuum agartanii?🤣

30/08/2026

Kaasuun Nafxanyaadha lakkaa🙆‍♂️
Maal muudamee ooleem🙄
Wal makaa abbaasaa. wal makneema jirraam🤣

18/08/2026

Kuruurruun 200,000 nama gaafattikaa hin leeyyaatuu.

17/08/2026

Cabsii namoota hedduutiin Giiftii duree koo jedhakaa afaan guutee😂😂😂

17/08/2026

Qumbursee akkam ati? 😂

17/08/2026

Asii Nafxiin hooggansarra osoo jiruu afaan guutee nafxanyaa abaara akkamitti jennee eegnaa?

Address

Jeddah
0000

Telephone

+251917112233

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 3B Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share