Abbaa Aaffii

Abbaa Aaffii 《《 لا إله إلا الله محمد رسول الله ☝️》》

📍💔💔💔
17/06/2026

📍💔💔💔

📌 Nama si jibbu jaallachuun ulfaataadha, garuu nama si jibbuuf dhiifama gochuun bilchina. 🛡️📌Namni hundi dhalachuu danda...
04/03/2026

📌 Nama si jibbu jaallachuun ulfaataadha, garuu nama si jibbuuf dhiifama gochuun bilchina. 🛡️

📌Namni hundi dhalachuu danda’a, garuu namni hundi nama ta’uu hin danda’u. Namummaan kee eenyummaa keeti. 🧠✨

💎 Ijoollee keetiif qabeenya qofa dhaalchisuu caalaa, "Amala Gaarii" dhaalchisuu irratti hojjedhu.​Qarshiin ni dhuma, bee...
16/01/2026

💎 Ijoollee keetiif qabeenya qofa dhaalchisuu caalaa, "Amala Gaarii" dhaalchisuu irratti hojjedhu.

​Qarshiin ni dhuma, beekumsa qofaan ammoo namummaan hin guutu. Garuu maatiin ijoollee isaanii "Safuu fi Kabaja" barsiisan, dhaloota bara baraan jiraatu uumaniiru.

📌​Milkaa'inni maatii kee keessatti ijaartu, milkaa'ina alatti argattu hundumaa caala.

16/01/2026
  😭Aartistiin jaalatamaa fi Abbaan Kolfaa ogummaa aartist Natsaannat Workneh addunyaa kana irraa du°aan godaanan.😭😭
16/01/2026

😭
Aartistiin jaalatamaa fi Abbaan Kolfaa ogummaa aartist Natsaannat Workneh addunyaa kana irraa du°aan godaanan.😭😭

Alhamdulillah 🏆🏆
11/01/2026

Alhamdulillah 🏆🏆

Address

Mecca

Telephone

+251947787885

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Aaffii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Aaffii:

Shortcuts

Share