15/04/2026
"Madaan keenya ammallee hin googne! Nama dhiiga sabaa dhangalaase, nama meeqatti imimmaan uffisee kumni hedduun karaatti akka katu godhe, waggaa 6 qofaan gadi lakkisanii miidiyaatti fiduun ummata tuffachuudha. Keessattuu, miidiyaan maqaa sabaa dhuunfattee saba kiyyaaf dubbadha jettu, nama madaa sabaa qotee kuffise kanaan 'gaaffii fi deebii' gochuun kee seenaa keessatti xurii hin haqamnedha. Haqni dhabamuyyuu, seenaan ni yaadata!"