Mamee Oro

Mamee Oro Oromoo fi Oromiyaa Media news

Permanently closed.
FC Barcelona My king 💔💪
26/10/2024

FC Barcelona My king 💔💪

Liverpool FC 💪 🫶❤️
01/08/2024

Liverpool FC 💪 🫶❤️

14/04/2022
07/03/2022

😭

12/02/2022

Sirbaa harawaa 2022 New oromo music 🎶 Jamaal usmaa'il

08/02/2022

Uuuufff 😭

07/02/2022

Rakoo ijolee mana hidhaa Sudi Arabia 😭 😭

07/02/2022

Yaa Rakoo Sabaa 😭😭

05/02/2022

Sirbaa harawaa 2022 New oromo music 🎶 Farahan sulee

01/02/2022

SAGALEE NUUF TA’AA!

Hiraarfama guddaa uummanni keenya mana hidhaa Saudi Arabia keessatti argaa jiru akka malee onnee namaa dhiiga boossisa. Osoo lammii qabanuu akka nama lammii hin qabnee, osoo biyya qabanuu akka nama biyya hin qabnee, gaafa Oromoon roorrifamu akka waan Oromoof sagalee ta’anii hin beeknee, gaafa oromoon rakkatu akka waan Oromoof tumsanii hin beeknee bor naaf darbee jijjiiramnee biyya abbaa keenyaatti ofiif maatii keenya jiraachisuu ni dandeenya jedhanii roorroo fi jireenya gadadoo baqatanii gammoojjii fi galaanarratti aarsaa hedduu kanfalanii hambaa qurxummiif naachaa ta’anii Saud Arabia keessatti biyyi alagaa namummaa isaaniif kabajaa dhabdee mana hidhaa keessatti Daa’imman, haadholiin deessuun , dubartii ulfi, abbootiin dargaggeessiif shamarran abdii egeree ta’an dhibee garaagaraaf saaxilamuun yaala dhabanii beela, dheebuu, qorra fi hoo’i akkasumas reebichi dabareen itti wal fooyee jireenya ilmaan namaaf mitii uumama kamiifuu hin malle jiraachaa jiru. Irra caalaan keenya waan kana quba qabaannus yeroo haasa’amuu fi ijaan arguun tasuma adda. kaleessaa bilbilaan namoota muraasa yoon dubbisu qaamni isaanii bifa namaa irraa jijjiiramee kuun imimmaanifuu dubbachuu hin danda’an, kuun dhibamee, rakkoo sammuuf saaxilamee waan dubbatan illee hin beekan.

Gabrummaan kallattii hundaan hammaatus, yaa ebeluu koo nuuf dhaqqabi nama jennuunis dhabnu uummata keenya kumaatamaan lakkaayaman waggaa lamaa oliif haala akkanaa keessa jiraniif amma kan durii caalaa dararaan itti cimee sagalee du’aaf jireenya gidduu jirtuun iyyachaa jiraniif sagalee haa taanu!

Lammiin gaafa wal biraa du’an waliif boohuun furmaata hin ta’u waan ta’ee namuu kallattii jiruun lallabee haadha ilmoodhaaf, ilmoo haadhaaf abbaa akkasuma lammiilee biyyaaf du’aa fi hiraarfama irraa haa hambisnu.

Numatu waliif iyya numatu waliif birmata.
yoo har’a sagalee taanef gaaf tokko bilisoomnee bahanii biyya abbaa isaanii irra kabajaan ni jiraatu!

Sagalee fi Vedion kun mana hidhaa Saudi Arabia keessaa naaf eegame Mamotu qindeesse!

Share godhaa lammii maraan gahaa!😭😭

Share godhaa lammii maraan gahaa!

Address

Riyadh
12211

Telephone

+966562365305

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mamee Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share