Dirree Hayyootaa

Dirree Hayyootaa To bring Oromo Independent Ideology through out all Oromia region to stand up for unity

"Abdii hin kutatiin" Jack Ma"Nan milkaa’a jedhee yaadee hin beeku! Sooressa beekamaa biyya Chaayinaatti 1ffaa Jack Ma“ A...
17/05/2025

"Abdii hin kutatiin" Jack Ma

"Nan milkaa’a jedhee yaadee hin beeku! Sooressa beekamaa biyya Chaayinaatti 1ffaa Jack Ma“ Ani maatii homaa hin qabne, hiyyeessa; harka qalleessa irraan dhaladhe. Carraan gaarii na mudatee hin beeku.

❍ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 1ffaa (primary School) si’a 2n kufe.
❍ Qormaata biyyoolessaa sadarkaa 2ffaa (High School) si’a 3n kufe.
❍ Qormaata biyyoolessaa qophaa’inaa (Preparatory School) si’a 2n kufe.
❍ Harvard Yuunivarsiitii seenuu barbaade qormaata seensaa si’a 10n kufe.
Hojiifis ulaagaa guutee hin beeku
❍ Hojii humnaas ta’e dhaabbata hojjechuuf wanta ani hin yaaliin hin jiru.
❍ Induustirii garagaraa 30 ol ta’an keessatti qacaramuuf dorgomeera, hundi isaanii iyyuu ulaagaa hin guuttu jedhanii na deebisu. Keessa ba’anii kan na arrabsan, natti dheekkamaniifi na tuffatanis jiru.
❍ Kaan dhiisaati Pooliisii biyyaa ta’u barbaade dorgomeera, garuu naaf hin taanee. Yeroo tokko nama shaniif baasanii jennaan shan taanee dorgomne, nama afur fudhatanii anan ulaagaa hin guuttu jedhanii na hambisan. Walumaagala anaan namni dhuunfaas ta’ee gareen, dhaabbanni mootummaas ta’e miti mootummaa kan ani keessatti fudhatame hin jiru. "Dorgommiin tokko nama 24 barbaada yoo ta’e; 23 fudhatanii anaan kuffisu.

• Dorgommiin tokko nama 10 barbaada yoo ta’e; 9 fudhatanii anaan kuffisu
Kana irraa kan ka’e:
❍ Ani nama carra dhabeessa
❍ Nama abdii hin qabne
❍ Nama ulaagaa hin guunne
❍ Nama tuffatamaaf gatamaa
❍ Nama milkaa’inaaf hin uumamnedha jedheen of yaada ture. "Garuu akkas miti: "Har’a yeroon taa’ee yaaduu kufaatiin koo yeroo sanaa milkaa’ina koo har’af sababa ta’eera!. "Ulaagaa guutuu dhabuun koo, tuffatamuuf salphachuun koo gaafasii har’a kabajaan na ga’eera!."Milkaa’inni harki caalu kufaatii keessa darba! Ani har’a: Sooressa beekamaa (1ffaa) Biyya Chaayinaati.

"Kaleessa dhaabbata namaa keessa hojjechuuf jedhee carraan dhabe, har’a geggeessaa Kaampaanii Alibaba .com ti. Jack Ma.

Seenaa kan irraa maal baranna?
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/naf37fspainb

Balaa namaafi uumamaatiin addunyaan Kun badaa jirtu.
15/09/2023

Balaa namaafi uumamaatiin addunyaan Kun badaa jirtu.

Watch, follow, and discover more trending content.

25/06/2023

Waggoottan hedduun dura kan tokkummaaf dharraane ..........viidiyoo ajaa'ibaa tana ilaalaa.

25/06/2023

. viidiyoo ajaa'ibaa haala yeroo irratti qophaa'e kana ilaalaa. Namoonni akkamitti

25/06/2023

. viidiyoo ajaa'ibaa haala yeroo irratti qophaa'e kana ilaalaa. Namoonni akkamitti akka tokkoomuu qaban barsiisuuf qophaa'e.

𝟏𝟎 𝐋𝐞𝐬𝐬𝐨𝐧𝐬 𝐅𝐫𝐨𝐦 𝐑𝐮𝐥𝐞𝐬 𝐎𝐟 𝐖𝐨𝐫𝐤 1. Walk Your TalkWhenever you say something, live by it. Let people know you as a person w...
25/06/2023

𝟏𝟎 𝐋𝐞𝐬𝐬𝐨𝐧𝐬 𝐅𝐫𝐨𝐦 𝐑𝐮𝐥𝐞𝐬 𝐎𝐟 𝐖𝐨𝐫𝐤

1. Walk Your Talk
Whenever you say something, live by it. Let people know you as a person who does what he says he will do. Always walk your talk.

2. Have A Plan
No matter whats going on, always have a plan in life. Plan for the year. Plan for the next 2 years. Plan for the next 5 years. And plan for the next 20 years. Have a plan.

3. Carve A Niche For Yourself
Create a unique identity with what you do. Make sure you are known for doing something unique. Don’t get involved in what everyone is doing. Do something special.

4. Stay Focused On Your Long Term Goals
You can’t afford to lose sight of your long-term goal for a second. For you there is no time off, no downtime, no loung-ing around time, no slipups, no mistakes, no accidental deviations from the script.

You have to become like a master criminal—they lead incredibly law-abiding lives because they can’t risk breaking a tiny law in case it draws attention to themselves and the really big crimes get revealed—and watch what you say and what you do.

5. Learn From Others Mistakes
A clever man learns from his own mistakes, but a wise man learns from others’ mistakes. Learn from the mistakes of others. Study how others made errors and commit to avoiding them.

6. Develop The Right Attitude
Be optimistic. Be positive. Share positivity with your colleagues, your friends and your acquaintance. The right attitude will attract you the right people to your life.

7. Cultivate a Smile
Smile when it’s getting tough. Smile when it’s hell. Smile no matter what.
And what sort of smile? Friendly, genuine—make sure it extends to your eyes—sincere, frank, honest, open, happy.

8. Be Cool
At work you should retain your cool at all times and, no matter what, never ever lose your dignity. If there’s an office costume party, you can laugh and joke with everyone else, but let them do the dressing up. You remain apart from all that office nonsense.

9. Speak Well
You can keep your regional accent; that’s not the problem. Look at why we speak—it is to communicate, to convey information—rather than how we speak. Speaking well means getting information across clearly and effectively. It doesn’t matter how you speak, but it does matter that you speak clearly.

10. Know Yourself—Strengths and Weaknesses
If you are going to be a winner, you have to be incredibly objective about yourself. A lot of people can’t do this; they can’t turn the spotlight on themselves objectively enough or brightly enough to see themselves as others see them. And it’s not just how others see us; it’s also how we see ourselves. We all carry a mental image of ourselves—what we look like and sound like, what makes us tick; how we work—but how realistic is this image?

Thank you for reading.

BOOK: https://amzn.to/41jJGh5

Yaa lubbuuye nati mufatee moo? Ofitti mufattee badde? Abjuu taatee dhabamtee.Sheexaanoftee qabamtee. Eessa jirta Adaraa.Jireenyumakee arguuf jerjeraa.Anis hi...

25/06/2023

Oromoonni Biyyoota Alaa keessatti ilmaan keessan karaa online irratti afaan oromoo akka baratan gochuu barbaaddan karaa WhatsApp Keenya kanaa nuqunnamaa.

𝟏𝟎 𝐋𝐞𝐬𝐬𝐨𝐧𝐬 𝐅𝐫𝐨𝐦 𝐑𝐮𝐥𝐞𝐬 𝐎𝐟 𝐖𝐨𝐫𝐤 1. Walk Your TalkWhenever you say something, live by it. Let people know you as a person w...
24/06/2023

𝟏𝟎 𝐋𝐞𝐬𝐬𝐨𝐧𝐬 𝐅𝐫𝐨𝐦 𝐑𝐮𝐥𝐞𝐬 𝐎𝐟 𝐖𝐨𝐫𝐤

1. Walk Your Talk
Whenever you say something, live by it. Let people know you as a person who does what he says he will do. Always walk your talk.

2. Have A Plan
No matter whats going on, always have a plan in life. Plan for the year. Plan for the next 2 years. Plan for the next 5 years. And plan for the next 20 years. Have a plan.

3. Carve A Niche For Yourself
Create a unique identity with what you do. Make sure you are known for doing something unique. Don’t get involved in what everyone is doing. Do something special.

4. Stay Focused On Your Long Term Goals
You can’t afford to lose sight of your long-term goal for a second. For you there is no time off, no downtime, no loung-ing around time, no slipups, no mistakes, no accidental deviations from the script.

You have to become like a master criminal—they lead incredibly law-abiding lives because they can’t risk breaking a tiny law in case it draws attention to themselves and the really big crimes get revealed—and watch what you say and what you do.

5. Learn From Others Mistakes
A clever man learns from his own mistakes, but a wise man learns from others’ mistakes. Learn from the mistakes of others. Study how others made errors and commit to avoiding them.

6. Develop The Right Attitude
Be optimistic. Be positive. Share positivity with your colleagues, your friends and your acquaintance. The right attitude will attract you the right people to your life.

7. Cultivate a Smile
Smile when it’s getting tough. Smile when it’s hell. Smile no matter what.
And what sort of smile? Friendly, genuine—make sure it extends to your eyes—sincere, frank, honest, open, happy.

8. Be Cool
At work you should retain your cool at all times and, no matter what, never ever lose your dignity. If there’s an office costume party, you can laugh and joke with everyone else, but let them do the dressing up. You remain apart from all that office nonsense.

9. Speak Well
You can keep your regional accent; that’s not the problem. Look at why we speak—it is to communicate, to convey information—rather than how we speak. Speaking well means getting information across clearly and effectively. It doesn’t matter how you speak, but it does matter that you speak clearly.

10. Know Yourself—Strengths and Weaknesses
If you are going to be a winner, you have to be incredibly objective about yourself. A lot of people can’t do this; they can’t turn the spotlight on themselves objectively enough or brightly enough to see themselves as others see them. And it’s not just how others see us; it’s also how we see ourselves. We all carry a mental image of ourselves—what we look like and sound like, what makes us tick; how we work—but how realistic is this image?

Thank you for reading.

BOOK: https://amzn.to/41jJGh5

Nu Haa Baasu Jalaa! Maal Jalaa?      ~~~~~~~~~Seenaa rirmi hin nyaatu. Walaloo mata-duree “Nu Haa Baasu Jalaa! Maal Jala...
24/06/2023

Nu Haa Baasu Jalaa! Maal Jalaa?
~~~~~~~~~
Seenaa rirmi hin nyaatu. Walaloo mata-duree “Nu Haa Baasu Jalaa! Maal Jalaa?” jettu kana bara 1994 (waggaa 29 dura) barataa kaadhimamaa yeroo sana kan ture Nagawoo Quuxoo tu barreesse. Barruulee eebbaa Inistituutii Leenjisa Barsiisota Adaamaa bara sanaa irratti maxxane. Nagawoon har’a eessa akka jiruuf maalirra akka jiru hin beeku. Barruu kana yoo dubbiftan hawwiin dhaloota bara sanaa fi hawwiin dhaloota ammaa tokko ta’uu hubattu.
Suuraan yoo dubbifamuu dideef jedhee text isaa asii gaditti maxxanseera.
======
Nu Haa Baasu Jalaa! Maal Jalaa?
B.k. Nagawoo Quuxoo irraa
ILBA - Adaamaa, Waxabajji 1994

Ammaa achi gabroomuu,
Alagaadhaan bitamuu,
Qabeenya saamamuu,
Wallaalaa jedhamuu,
Afaan ukkaamamuu,
Nu haa baasu jalaa!
Ardii soschootu,
Diina nutti ciniinnatu,
Ka afaaniin nu fakkaatu,
Ka jalaan nu nyaatu,
Nu haa baasu jalaa!
Ka lammii isaa tuffatu,
Ka Oromoo gurguratu,
Ka akka Goobanaa Daaccee,
Ka quncisee nama nyaatu,
Nu haabaasu jalaa!
Ka ammallee nu keessa deemuu,
Ka na arginnuu jedhee muddamu,
Ka jiruu dhibamu,
Nu haa baasu jalaa!
Qarshiin gurguramuu,
Gabrummaan himamuu,
Gosa jijjiiramuu,
Jiruun abaaramuu,
Nu haa baasu jalaa!
Biyyaa ofii wallaaluu,
Alagaan nama dhaaluu,
Dalga nama ilaaluu,
Nu haa baasu jalaa!
Hojjetanii asaa,
Afaan alagaatiin dubbisaa,
Kanaa mitii kanatuu isaa,
Nu haa baasu jalaa!
Qarshii kuma fidii,
Afaan hin beektuu turjumaana bitii,
Nu haa baasu jalaa!
Qabsoo dharaa,
Sababaa baraa,
Waraana Qaraa,
Nu haa baasu jalaa!
Huddeellaa ganyaa,
Nyaata nafxanyaa,
Kaballaa daanyaa,
Nu haa baasu jalaa!
Kijiba fakkeennaa,
Guddina diqqeennaa,
Dhuma jannaa,
Ulee hannaa,
Daara gannaa,
Nu haa baasu jalaa!
Buqqee dhagaa cabsu,
Nama dhugaa dabsu,
Ilma abbaa arrabsu,
Nu haa baasu jalaa!
Gingilchaa bishaan baatu,
Waraabessa midhaan nyaatu,
Bishaan qileerra giggisu,
Jawwee jiraa liqimsu,
Nu haa baasu jalaa!
Jaldeessa cinaan luqqa’e,
Nama sanyiin buqqa’e,
Farda qorxoon sakaalte,
Nama qe’een abaarte,
Nu haa baasu jalaa!
Hiddaa bofaa,
Hojii fafaa,
Gubata kofaa,
Nu haa baasu jalaa!
Tapha sibiilaa,
Cooraa wasiilaa,
Bishaan kiisii,
Dhibee Eedsii,
Nu haa baasu jalaa!
Qonna goobaa,
Bakakkaa roobaa,
Didaa seeraa,
Gaara dheeraa,
Imaama beeraa,
Nu haa baasu jalaa!
Qonna bonaa,
Mana onaa,
Dhaba finnaa,
Dhibee cinaa,
Nu haa baasu jalaa!
Ardii sheephiftu,
Jaartii weelliftu,
Gaangee dhaltuu,
Durba falfaltuu,
Nu haa baasu jalaa!
Dhiiticha gaangee,
Gubata qaanqee,
Machii haraqee,
Nu haa baasu jalaa!
Kolfa jaldeessaa,
Nyaata bineensaa,
Uf jajjuu hiyyeessaa,
Nu haa baasu jalaa!
Booya mardoo,
Dhukkuba gardoo,
Hokkola bordoo,
Nu haa baasu jalaa!
Diqqaa hin guddanne,
Dheeraa hin mudhanne,
Jiraa hin dubbanne,
Nu haa baasu jalaa!
Beera qaraate,
Farda maraate,
Lola jabaate,
Nu haa baasu jalaa!
Dubbii fojoloo,
Gurraa adaloo,
Nama gamjaloo,
Nu haa baasu jalaa!

Address

Riyadh

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dirree Hayyootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category