Abdulaziz

Abdulaziz 11221122

22/04/2020

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገው የ745 ላቦራቶሪ ምርመራ ሶስት (3) ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል፡፡ በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር አንድ መቶ አስራ አራት (114) ደርሷል፡፡

04/01/2020

Hii

21/11/2019

ODP gara Opdo gargate jirati ya ilman oromo

10/11/2019

Ya jiru biyya oroma

16/06/2019

11221122

Galoo Galaana Oman keessatti Markaboonni lama rukutamuu gabaafameOdeeyfannoo June 13, 2019Markaboota lamaan jidduu takka...
13/06/2019

Galoo Galaana Oman keessatti Markaboonni lama rukutamuu gabaafame

Odeeyfannoo

June 13, 2019

Markaboota lamaan jidduu takkaa Abu Dabii irraa gara Taaywaan kan imalaa turte yoo tahu, tan lammataa ammoo Sa’uudii irraa gara Singaapooritti imalaa turte. Humni galaana iraan Markaboota lamaan irraa hojjattoota 44 baraaruun gara buufata biyyattiitti kan geesse tahuu ejensiin odeeyfannoo Iraan gabaase.


Humni Galaana Ameerikaa buufata Bahreeyn keessatti argamu gama isaatiin, Markaboota rukutaman lamaan baraaruuf kan carraaqaa jiru tahuu ibse.

Markaboota rukutaman keessaa takka tan Kubbaaniyyaa Norweey yoo taatu, tan lammataa ammoo tan Kaampaanii Singapore BSM Shipping Management jedhamuu tahuu ibsame.

Balaan kun walitti gaarrifannaa Ameerikaa fi Iraan jiddutti hammaataa dhufe daranuu hammeessuu mala sodaan jedhu ka’aa jira. Balaa ganama har’aa muudate kana booda, Saa’atii muraasa keessatti gatiin boba’aa addunyaa kan dabale tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?  Kaampaa...
13/06/2019

Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?

Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota bilbila kana fayyadamuun beekaman Keessaa tokko biyyi teenya Ityoophiyaan tan duraati.

Biyyoonni gurguddoon addunyaa kanneen akka Ameerikaa, Kanaadaa, Awustiraaliyaa, Biriteen fi biyyoonni hedduun Kaampaanii kana yakkaan himatuun, biyya isaanii keessaatti akka hin hojjanne ugguraa jiru.

HUAWEI’n Yakka maaliin himatame?

Ameerikaa dabalatee biyyonni hedduun, Kaampaaniin kun odeeyfannoo biyyoota gara garaa mootummaa Chaayinaatiif dabarsee kenna jedhan.

Kaampaanichi immoo Yakka irratti dhiyaate kana ni haala.

Facebook fi Google maaliif hin hojjanne?
Kampaanoonni teknolojii gurguddoon kunniin Ameerikaa keessaatti argamu. Sabaaba kanaaf Feesbuuk June 7/2019 irraa jalqabee telefoonota Kaampaaniin HUAWEI oomishu kan ammaan booda bahan irratti kan hin hojjanne tahuu beeksiise. Haaluma wal fakkaatuun Appilikeeshiinonni Kaampaanii Feesbuuk kanneen akka WhatsApp fi Instgram HUWAEI irratti hin dalagan. Google immoo ji'a dabre keessa walitti hidhata Kaampaanii HUAWEI waliin qabu kan addaan kute tahuu ibse. Haaluma kanaan tajaajiloonni Google kanneen akka youtube, gmail, google play store, google drive, google Map fi kanneen biroo heddu telefoona HUWAEI irratti hin hojjatan jechuudha.

Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa

13/06/2019
13/06/2019

Aswr wb

Address

Riyadh

Opening Hours

9am - 5pm

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulaziz posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category