Hookkoo Talk

Hookkoo Talk Sirna Gadaa, Democracy, Badhaadhina, Prosperity, Guddina, Technology, Barnoota, Diinaggee, Freedom, Diversity, Unity, Strength

Hookkoo proudly delivered the first batch of materials manufactured in Portugal to its project site at Haramaya Universi...
29/05/2026

Hookkoo proudly delivered the first batch of materials manufactured in Portugal to its project site at Haramaya University.

Meeshaaleen kun piroojakticha gara fuulduraatti oofuufii hojitti galchuu keeysatti shora murteeysa taphatu. Meeshaaleen biroo ammoo Shipment dhaaf karaa irra jiru.

Hookkoo — Quality, commitment fi hojii amanamummaa irratti hundaa’e fullaasuu irratti xiyyeeyfatti.

Hookkoo is proud to announce the successful completion and inauguration of a major Water Supply Project at Boran Kachi, ...
24/05/2026

Hookkoo is proud to announce the successful completion and inauguration of a major Water Supply Project at Boran Kachi, Iluu Abbaaboor, Oromia Ethiopia.

Pirojektiin kun mootummaa fi hawaasaaf yeroo qabame keessatti qulqullinaan xumuramee hojii irratti oolee jira. Sirni eebbaa fi hojii jalqabsiisuu hoggantoota mootummaa fi hawaasa bal’aa waliin gaggeeffamee jira

Hookkoo’n hojii ijaarsaa fi bu’uura misoomaa keessatti:
✔ Quality
✔ Commitment
✔ Professionalism
✔ Timely Delivery
hojii gaarii raawwachiisuudhaaan amanamummaa qabu agarsiisaa jira.

“Building Trust Through Quality Projects”

Adress

Husingeplan 2
Spånga
16363

Webbplats

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Hookkoo Talk postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Genvägar

Dela