DMN Danbalii Media Network

DMN Danbalii Media Network Danbalii Media Network DMN DMN

Permanently closed.
Ayyaana hundeeffama seenaa Qabeessaa Afran Qalloo waggaa 64ffaa sochii seenaa Afran Qalloo,Mirga Abba biyyuma Kan Qitee ...
04/04/2026

Ayyaana hundeeffama seenaa Qabeessaa Afran Qalloo waggaa 64ffaa sochii seenaa Afran Qalloo,Mirga Abba biyyuma Kan Qitee hin qabne hundee gadi fageeffatee hortee fi Qabiinsa ummata Oromoo keessatti qophaa'e Hawwasni Oromoo Gamtana hirmaachuu dhaan baay'ee Nama gammachisaa Magala Riyadh Sa udi Arabiya Muude 2/4/2026’’Galatooma
🤝

!! Iyyaafannoo  # #Hawaasa keenya hunda nagaha gaafachaa Rabbiif jecha Barbaacha kana irrat akka nugargaartan kabajaan i...
18/12/2025

!! Iyyaafannoo # #
Hawaasa keenya hunda nagaha gaafachaa
Rabbiif jecha Barbaacha kana irrat akka nugargaartan kabajaan isin gaafanna.

Mucoon asiirrat argitan tuni
Dhalattuu Walloo Warra Waayyuu jiraattuu Magaalaa Baateeti

Maqaan ishii [Sa'adaa Abduu Mahmuud] jedhamti. Umriinshee Bara [14]
Maqaan Haadhaa [Kadoo Suleeyman]

Eega Manaa Dhabamtee 08/12/2025 booda Gayyoota 10 nii oltaha lakkoofsifteetti Kara tokkolleen faanni hindhagahamne
Kanaafuu Namni Mucoo tana Argitan Lakkoofsa Maatii ishee kanaan nuqunnamaa.

Ethio Tel: +251714589460
EthioTel: +251901468066
Djibouti Tel:+25377431073

Duaa'iis nugargaaraa warri ilmoo qabdan haga iloon nama yaaddeessitu nibeektu.Rabbiin keeyriin nuhaagammachiisu.

30/03/2025
28/10/2024

Yaadannoo Guyyaa Fincila diddaa gabrummaa Waggaa 19ffaa Sadaasa 9/2024

28/10/2024

Yaadannoo Guyyaa Fincila diddaa Gabrummaa Waggaa 19ffaa
Sadaasa 9/2024

Address

Hargeisa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DMN Danbalii Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to DMN Danbalii Media Network:

Share