MUE MAX

MUE MAX "FOON KIYYA" ani Oromticha Oromiyaati🫆 Arraa seena hojjachuuf, seena khaleeysa Hordofuun Dirqama taha.
(1)

https://www.youtube.com/ � Baga nagaan karaa toora page MAX dhuftan. Follow gochuun maati MAX FAMILY tahuun maxxansaale keenya kan gara gara irra fayyadamaa isiniin janna�GALATOOMA

11/01/2026

Oromorraa Dhalannee!!
Foon kiyya 🤍

11/01/2026

Lammii tiyya Guyyuu suma yaamanii Fardaan si dabalanii✨️🤍

Foon kiyya 🤍GALATOOMAA 🙏 Dhaloota ABUBAKAR MUUSSAA,ABDII QOPHEE✨️ G.A.O.
11/01/2026

Foon kiyya 🤍
GALATOOMAA 🙏
Dhaloota ABUBAKAR MUUSSAA,ABDII QOPHEE✨️
G.A.O.

11/01/2026

Wabiin Saba keenya Aadaa fi Afaan keenya!!
Gumii Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo (G.A.O)
📍Biyyoo Adaree Harar 🤍✨️
Joollee teenya tana haa jajjabeessinu

11/01/2026

GALATOOMAA 🙏
Gumii dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo Magaala Biyyoo adaree.
Badhaasa keessan heddu jaaladhe!! Dagagaa jiraadha🤍 foon kiyya

Badhaasa naaf laataniif GALATOOMAA 🙏 G.A.O.Tuutni Gumii Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo, magaala Biyyo Adaree (Harar) ke...
11/01/2026

Badhaasa naaf laataniif
GALATOOMAA 🙏 G.A.O.
Tuutni Gumii Dagaagina Aadaa fi Afaan Oromoo, magaala Biyyo Adaree (Harar) keessatti jalqabee ijaarame, guddina aadaa fi afaan Oromoof shoora guddaa kan bahachaa jiruudha.
Guyyaa har’aa akka carraatti sagantaa agarsiisa tiyaatira “Waa’ee Keenya” jedhu qopheessanii dhiyeessaa turan. Anis akka carraatti irratti argame. Osoon hin yaadin, badhaasa guddaa “Siidaa Yaadannoo Wareegamtoota Calanqoo” naaf kennan, kanaaf hedduu gammadde. Ulfaadha GALATOOMAA jechuunin barbaada.
Jollee jajjaboo tana waliin taanee haa jajjabeessinu!!

Hin kadhatiin, hin tuffatiin, hin abdatin, itti hin himatin, itti hin irkatin, ILMA NAMA!!
10/01/2026

Hin kadhatiin, hin tuffatiin, hin abdatin, itti hin himatin, itti hin irkatin, ILMA NAMA!!

Balloo RABBIIti 🤍 Foon kiyya nuti Abdattoota GOOYTA 🥰Bakka gaarii oola!!
10/01/2026

Balloo RABBIIti 🤍
Foon kiyya nuti Abdattoota GOOYTA 🥰
Bakka gaarii oola!!

09/01/2026

Bishaan akkana warra dheeyxanii beektu ?
Xiqqo jabduu

Taphoota Aadaa Oromoo Harargee Meeqa Beektu? Mee naaf barreessaa. 📷✨️ MUE MAXCultural Friday Visit Oromia LeliseNega
09/01/2026

Taphoota Aadaa Oromoo Harargee Meeqa Beektu?
Mee naaf barreessaa.
📷✨️ MUE MAX


Cultural Friday
Visit Oromia
Lelise
Nega

Abbaa fi Ilma!!Faana isin haa tolchu foon kiyya🤍Baaba Sheikh Amin Ibro ✨️
09/01/2026

Abbaa fi Ilma!!
Faana isin haa tolchu foon kiyya🤍
Baaba Sheikh Amin Ibro ✨️

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MUE MAX posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to MUE MAX:

Share

Category